Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareewwan Shororkeessitootaa ABUT fi Shaneen magaalota Kamisee fi Kombolchaatti saamicha qindaa’aa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Gareewwan Shororkeessitootaa ABUT fi Shaneen magaalota Kamisee fi Kombolchaatti qabeenya nama dhuunfaa fi mootummaa karaa qindaa’aa ta’een saamuu…
Komishiniin Gumuruukaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 28 taasise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Komishiniin Gumuruukaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 28 taasiseera.
Komishinichi deeggarsa akaakuu Birrii Miiliyoona 8 fi…
Magaalaa Kaalifoorniyaatti lammilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Doolaarri miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Ameerikaa Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Kaalifoorniyaatti lammilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif baatiiwwan 4 keessatti deeggarsi Doolaara …
Magaalaa Naqamtee invastarootaaf hawwataa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Magaalaa Naqamtee invastarootaaf hawwataa taasisuuf hojjetamaa jira.
Magaalichatti qopheessummaa Yuunvarsiitii Wallaggaatin mariin mata duree ‘hawaas…
Naannoo Haraaritti miseensoonni humna eeggataa naannoo eegan eebbifaman
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Miseensonni humna eeggataa nageenya naannoo eeganii eebbifamaniiru.
Miseensonni kunneen mata duree “ Ani naannoo koof poolisii fi…
Ityoophiyaan Fooramii bulchiinsa Intarneetii 17ffaa ni qopheessiti
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Fooramii bulchiinsa Intarneetii 17ffaa bara 2015 gaggeeffamuu akka qopheessituu ibseetti.
Ministir deetaan Ministeera Innooveeshinii fi…
Miseensonni hawaasa barnootaa fi Poolisii magaalaa Finfinnee oomisha maatii duultota adda waraanaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Gareen miseensota hawaasa barnootaa fi poolisii magaalaa Finfinnee Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen durfamu oomisha maatii adda…
Kabajni guyyaa sabaa fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa magaalaa Dirree Dawaatti kabajamuu…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)-Kabajni guyyaa sabaa fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa magaalaa Dirree Dawaatti kabajamuu eegaleera.
Ayyaanichi mata duree ‘Duulaa tokkummaa…
Faransaay lammiilee kutaa kaabaa Ityoophiyaatti waraanaan miidhamaniif deeggarsa taasifte
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Faransaay lammiilee kutaa kaabaa Ityoophiyaatti waraanaan miidhamaniif deeggarsa Yuuroo kuma 500 taasifteetti.
Deeggarsichi kaabaa Ityoophiyaatti kutaa…
Guyyoota ittaananitti hojiin suphaa sarara elektirikaa Karra Qoree hanga Kamisee jiru ni hojjetama
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Guyyoota ittaananitti hojiin suphaa sarara elektirikaa Karra Qoree hanga Kamisee jiru kan hojjetamu ta’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.…