Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wareegamni kaffalle hatuu fi saamuuf osoo hin taane Ityoophiyaa baraaruufi – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Bakkeewwan garee shororkeessaa ABUTtiin to’atamee ture hedduun bilisoomuu fi kanneen hafan harkaa diinaa baasuuf oppireeshiniin eegalame cimee itti…
Daandiin Qilleensichaa lammiilee Ityoophiyaa fi Michuuwwan biyyattii ayyaana bara haaraaf gara…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waamicha Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofee lammiilee Ityoophiyaa fi Michuuwwan biyyattii ayyaana bara haaraa…
Magaalaan Kombolchaa, Dasee, Garbaa, Qarsaa,Baatii fi Dagaan harka diinaa jalaa bilisooman
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Magaalaan Kombolchaa, Dasee, Baatii Garbaa, Qarsaa fi Dagaan harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota sababa rakkoo nageenyaan barnoota isaanii adda kutan 780 simate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota sababa rakkoo nageenyaan barnoota isaanii adda kutan 780 simachuu beeksiise.
Yuunvarsiitichi…
Godinichatti barattoonnii fi barsiisonni oomisha maatii duultota adda waraanaa walitti qaban
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti barattoonnii fi barsiisonni oomisha maatii duultota adda waraanaa walitti qabuu ibsame.
Birmadummaa biyya eegsisuu keessatti namoota…
Gaazixeessaan FM Faanaa Miizaan Amaan Darajjee Limanihii du’aan boqate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Gaazixeessaan waahila FM Faanaa Miizaan Amaan Darajjee Limanihii umrii waggaa 46ffaasaatti du’aan addunyaa kanarraa boqateera.
Gaazixeessaan Darajjee…
Naannoon Uummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 77…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Naannoon Uummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 77 ol taasisuu ibsame.
Naannichi marsaa marsaa 4ffaaf…
MM Abiy Ahimad Barattootaa fi Barsiisota oomisha walitti qaban dinqisiifatan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad barattootaa fi barsiisota oomisha maatii duultootaa walitti qaban dinqisiifataniiru.
Barattoota fi…
Jilli obbo Abdurahmaan Abdallaatiin durfamu aanaa Gommaatti hojii qulqullina bunaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaastera Baadiyyaa obbo Abdurahmaan Abdallaatiin durfamu aanaa Gommaatti hojii qulqullina bunaa…
Xaaliyaan magaalaa Turiinitti hiriirri ‘Ni Ga’aa’ gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa Xaaliyaan magaalaa Turiin jiraatan hiriira ‘Ni Ga’aa’ gaggeessaniiru.
Hiriiricharratti ergaawwan…