Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa sabaaf sablammootaa 16ffaa kabajamuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 16ffaa kabajamuuf qophii xumuruu beeksiise.
Guyyaan sabaaf sablammootaa 16ffaan bara…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa garaagaraaf haala yeroo…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa garaagaraaf haala yeroo…
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Kuweetitti daawwannaa hojii taasisaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Kuweetitti taasisaa jiraachuu ibsameera.
Muummeen Ministiraa Kuweet Sheeki Saabaahi…
Naannoon Sidaamaa Lammiilee naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasiise
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Sidaamaa lammiilee naannoo Afaaritti qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40…
Qeerroo fi Qarreen aanaa Maannaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 fi sangoota 66…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Qeerroo fi Qarreen Godina Jimmaa aanaa Maannaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 fi sangoota 66 taasiisaniiru.
Qeerroowwan…
Dhiibbaa biyyoota alaa Jalaa bahuuf qabeenya qabnutti seeraan fayyadamuu qabna- Obbo Umar Huseen
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Dhiibbaa biyyoota alaa jalaa ba’uuf qabeenya lafaa, bishaanii fi humna namaa qabnutti seeraan fayyadamuun qamadii jallisii boneen misoomsuurratti hojii…
Sirni barnootaa ijaarsa biyyaaf akka ta’utti kutannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Sirni barnootaa ijaarsa biyyaaf akka ta’utti kutannoon kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Biraanuu Naggaan ibsan.
Tola…
Kutaan magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 20 olii taasise
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Lidataa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii magaalaa Dabrabiraan jiraniif…
Hawaasni Horsiisee Bulaa Aanaa Mi’eessoo fi Gumbii Bordoddee hiriira balaaleeffannaa garee…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Horsiisee Bultoonni Aanaa Mi'eessoo fi Gumbii Bordoddee giddu seentummaa alaa fi gochaa garee shororkeessitootaa hiriira ba’uun…
Dhiibbaa biyyoota Lixaa qolachuuf hayyoonni tokkummaan socho’uu qabu jedhame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Giddu seentummaa fi dhiibbaa alaa qolachuuf ga'ee hayyoota ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira.
Giddu seentummaa fi dhiibbaa biyyoota Lixaa…