Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti lafa hektaara miiliyoona 3 ol irraa oomishni sassaabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Oromiyaatti oomishinni lafa hektaara miliyoona 6 fi kuma dhibba 3 qonna gannaatiin misoome keessaa hanga ammaatti oomishinni hektaara miiliyoona 3 ol…
Ayyaanoota ummataa kabajamanirratti tuuristoonni gara Ityoophiyaa dhufuurraa akka of hin qusanne…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) –Ayyaanoota ummataa kabajamanirratti tuuristoonni gara Ityoophiyaa dhufuurraa akka of hin qusanne waamichi dhiyaateera.
Tajaajilli Kominikeeshinii…
Mariin tumsa diinagdee Ityoophiyaa fi Kuweet cimsuu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee gita isaanii Kuweet Kaliifaa Musaaduu Hamaadaa waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin dhimmoota…
Birriin dhaabbilee albuudaa fi boba’aarratti bobba’anirraa walitti qabame miiliyoonni 50…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti galiin dhaabbilee albuudaa fi boba'aarratti bobba’aniirraa walitti qabame Birriin Miiliyoonni 50 naannichaaf kennamuu Ministirri…
MM Abiy Ahimad Ityoophiyaanonnii fi michuuwwan Ityoophiyaa guutuu addunyaatti argaman waamicha…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) -Muummeen Ministira Abiy Ahmad Ityoophiyaanonnii fi lammiilee akkasumas michuuwwan Ityoophiyaa guutuu addunyaatti argamtan waamicha…
Hawaasni Yuunvarsiitii Finfinnee hiriira mormii gidduseentummaa biyyoota alaa gaggeessan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Miseensoonni hawaasa Yuunvarsiitii Finfinnee hiriira mormii gidduseentummaa biyyoota alaa gaggeessaa jiru.
Hiriirichas gidduseentummaan biyyoota alaa…
Ibsa Qajeelcha labsii yeroo ariifachiisaa lakkoofsa 4
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Qajeelchi labsii yeroo ariifachiisaa walga’ii har’a gaggeesseen raawwii labsii yeroo ariifachiisaa gamaaggameera.
Gamaaggama isaan kaka’umsaa fi…
Magaalaan Laallibalaa harka diinaa jalaa bilisoomte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Magaalaan Laallibalaa wareegama Raayyaan Ittisaa fi Qaamoleen nageenyaa biroo kaffalaniin harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajilii Kominikeeshinii…
Daawwannaan Ministira Alaa Chaayinaa tumsa Beejingi Ityophiyaaf qabdu gochaan kan mirkaneessedha…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Daawwannaan Ministira Alaa Chaayinaa tumsaa fi michummaa cimaa Beejingi Ityophiyaaf qabdu gochaan kan mirkaneesse ta’uu Hayyoonni ibsaniiru.…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaattidaayreektara Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin tyoophiyaa, Eertiraa,Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti…