Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Makonniin Gita isaanii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi…
Gaashanaa fi naannawaan ishee bilisoomte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Duula birmadummaa biyyaa mirkanneessuuf gaggeeffamaa jiruun injifannoo olaanaan galmaa’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa…
Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Zyiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Ministirichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Seeneetiin Yuunvarsiitii Gondar Digrii Dooktireetii kabajaa Illeenii G/Madiiniif laatee ture haqe
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Seeneetiin Yuunvarsiitii Gondar Digrii Dooktireetii kabajaa Illeenii G/Madiiniif laatee ture haquuf murteesseera.
Yuunvarsiitichi bara 2005 Illeeniif…
Baankichi misooma proojektii daandii Gaanfa Afrikaaf liqaa doolaara miiliyoona 217 raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Boordiin daayreektaroota Baankii Misomaa Afrikaa biyyoota naannoo Gaanfa Afrikaatti argamaniif misooma ijaarsa daandiin wal qunnamsiisuuf liqaa doolaara…
Duulli birmadummaa MM Abiy Ahimadiin durfamu bu’aa olaanaa galmeessaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Duulli birmadummaa Muummee Ministiraa FDRI durfamu bu’aa olaanaa galmeessaa jiraachuu Seekreetariyaat Preesiin Waajjira Muummee Ministiraa beeksise.…
Biirichi oomisha jallisii qamadii marsaa 3’n misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 28 ol…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa oomisha jallisii qamadii marsaa 3'n misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 28 ol walitti qabuuf hojjetaamaa jiraachuu ibseera.…
Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti hojjechaa ture dabarseera.
Korichi naannoo…
Namni dhuunfaan karaa seeran alaan waraqaa eenyummaa qopheessaa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti namni dhuunfaan gochaa shororkeessummaaf karaa seeran alaan waraqaa eenyummaa qopheessaa ture to’atamuu Koreen Qajeelcha Labsii…
Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu taasiseera.
Hojjettoonni…