Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu taasiseera.
Hojjettoonni…
Manni Marichaa lammiilee qabeenya isaanirra buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Manni Maree Dhimma Islaamummaa olaanaa Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa lammiilee sababa rakkoo nageenyaan buqqaa'aniif deeggersa meeshaalee…
Rakkoolee dhaabbilee Paarkoota Indaastirii muudatan furuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Rakkoolee dhaabbilee Paarkoota Indaastirii muudatan furuuf haala dandeessissurratti mariin gaggeeffameera.
Maricharrtti Ministir…
Dubartoonni magaalaa Buraayyuu raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Dubartoonni bulchiinsa magaalaa Buraayyuu raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaaniiru.
Dubartoonni magaalicha sagantaa kana irratti hirmaatan…
Ijaarsa biyyaa keessatti ga’een aartii olaanaa ta’uun isaa ibsame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Inijifannoo bu'aa dhiiga ilmaan keenyaatiin dhufe lukkuurraa hanga lubbuutti arjoomuun tikfachuun dirqama keenya jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaa fi…
Hubachiisa qajeelcha labsii yeroo ariifachiisaarra darbe
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) –Hidhattoota garee shororkeessaa ABUT naannoo Shawaa Kabaa, Walloo Kibbaa fi Kaabaa akkasumas godina Saba Oromootti argamaniif qajeelchi labsii yeroo…
Tokkummaa biyyaa malee waraana hin feenu, yaa ta’uutii diina biyya diiguuf socho’u barbadeessuun…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Diinni moo’ameera, hojiin itti aanu diina bittinneessuu fi barbadeessudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Diinni yeroo…
Waldaan Misooma Dhalattootaa fi Jaalattoota Nageellee Booranaa hongee mudateef deeggarsa Birrii kuma…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) –Waldaan Misooma Dhalattootaa fi Jaalattoota Nageellee Booranaa hongee mudateef deeggarsa marga horii Birrii kuma 400 olitti tilmaamamuu taasiseera.…
Itti aantuu dura teessuun Rippablikaanii Koolooraadoo Parsiilaan Raahan sosochii #Ni Ga’aatti…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Itti aantuu dura teessuun Rippablikaanii Koolooradoo Parsiilaa Raahan dhiibbaa bulchiinsi Joo Baayden Ityoophiyaatti taasiisaa jiru mormuun…
Kanneen Garee shororkeessaa ABUT waliin hiriiraan hundi karaa nagaan harka akka laatan MM Abiy…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) - Garee shororkeessaa ABUT waliin kanneen hiriiraan hundi karaa nagaan harka akka laatan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waamicha…