Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbootiin Keenya hin jilbeenfanne, Nutis hin jilbeenfannu- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee hundi adeemsa biyyoonni addunyaa birmadummaa Ityoophiyaa sarbuuf taasisan balaaleffachuu akka qaban ibsame.…
Garee Shororkeessaa ABUT irree gamtoomeen awwaluun barbaachisaadha- Mana Maree Waloo Paartilee…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT irree gamtoomeen awwaluun barbaachisaa ta’uu Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Magaalaa Finfinnee ibse.
Manni marechaa…
Naannoo Harariitti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee guyyaa boruu…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee akkasumas deeggarsaa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamolee nageenyaa guyyaa…
ABUT bakka jirutti akka badu gochuun uummata naannichaarraa eegama-Paartii Badhaadhinaa naannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaan ABUT irra deebiin akka hin dandamannee fi bakka jirutti akka baduu taasisuun uummata naannichaa hundarraa kan eegamu ta’uu…
Poolisiin Magaalichaa daandiiwwan guyyaa boruu cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Hiriira garee shororkeessaa ABUT balaaleffatuu fi deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa Addabaabaayii Masqalaatti guyyaa boruu gaggeeffamu sababeeffachun…
Manni Barumsaa Ifa Boruu Baabbichaa Birrii Miiliyoona 34 oliin ijaarame eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Liiban Jaawwiitti Manni Barumsaa Ifa Boruu Baabbichaa Birrii Miiliyoona 34 fi kuma dhibba 5 ijaarame eebbifameera.
Mana…
Magaalaa Finfinneetti hiriirri garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatu guyyaa boruu ni…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC Magaalaa Finfinneetti hiriirri garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee…
Magaalichatti qaamolee garee shororkeessaa deeggaran irratti to’annaa cimaan gaggeeffamaa jiraachuu…
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qaamolee garee shororkeessaa Maallaqaan, Prooppogaandaa fi karaalee garaagaraa deeggaran irratti to’annaa fi…
Ayyaanni Irreechaa Magaalaa Asoosaatti kabajamaa jira
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu ibsame.
Ayyaanichi bakka…
Bakkeewwan rakkoon nageenyaa jirutti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan kennama…
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Bakkeewwan rakkoon nageenyaa jirutti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan kan kennamu ta’uu Ejensiin Qormaata Biyyaalessaa beeksise.…