Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni Magaalaa Amboo fi Godina Shawaa Lixaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Jiraattoonni Magaalaa Amboo fi Godina Shawaa Lixaa gochaa badii gareen Shoroorkeessitoota ABUT fi Shanee biyya diiguuf taasisaa jiran balaaleefachuu…
Weerara garee shororkeessaa ABUT Qolchuun kabaja Ityoophiyaaf ni dhaabbanna – obbo Mulgeetaa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Garaagarummaa siyaasaa qabaannus Weerara garee shororkeessaa ABUT Qolchuun kabaja fi tokkummaa Ityoophiyaaf kan dhaabbatan ta'uu Walitti qabaan Mana…
Jiraattoonni Magaalaa Matahaaraa fi Aanaa Fantaallee hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Jiraattoonni Magaalaa Mataaharaa fi Aanaa Fantaallee, aggaammii gareen Shoroorkeessitoota ABUT fi Shanee biyya diiguuf taasisaa jiran balaaleefachuu…
Magaalaa Finfinneetti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa kutaa hawaasaa hunda hirmaachise Addabaabayii…
Jiraattoonni Godina Booranaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Booranaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeessaniiru.
Jiraattoonni kunneen…
Jiraattoonni magaalaa Asallaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Asallaa fi naannooshee garee shoroorkessaa ABUT fi shanee balaaleefachuun hiriira gaggeessaniiru.
Hiriirri balaalefannaa…
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa mata duree "Aarsaa nan kanfala, Biyyaa…
Wayyaaneen diina Oromoo fi ummata Ityoophiyaati – Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC) – Wayyaaneen diina Oromoo fi ummata Ityoophiyaa ta'uu kan mirkaneessite gaafuma hundooftuudha jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo…
Magaalaa Asoosaatti guyyaa boruu hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi ergamtoota isaa…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti guyyaa boruu hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi ergamtoota isaa kan gaggeeffamu ta’uu…
Dhimma keessoo Ityoophiyaa keessa seenuu biyyoota Alaa Sudaa Kibbaa ni mormiti- Ambaasaaddar Jeems…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Dhimma keessoo Ityoophiyaa keessa seenuu biyyoota Alaa Sudaa Kibbaa kan mormitu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Sudaan Kibbaa Jeems Moorgaan…