Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi Shanee magaalaa Soddootti gaggeeffamaa jira
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Walaayiittaa magaalaa Soddootti gaggeeffamaa jira.
Hiriiricharrattis…
Yeroo qormaanni nu muudateetti ijoolleen Ityoophiyaa daangaa hanga daangaatti ka’aaniiru-MM Abiy…
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Yeroo qormaanni nu muudateetti ijoolleen Ityoophiyaa daangaa hanga daangaatti ka’aaniiru jechuun Muummeen Ministira Abiy Ahimad ibsaniiru.
MM Abiy…
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu sagantaa ‘Oro Fresh’ ifatti eegachiise
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan durfamu oomisha Kuduraa fi Muduraa qonnaan bulaarraa kallattiin itti…
Godina Arsii Lixaatti hiriirri mormii ABUT fi Shanee gaggeeffamaa jira
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Jiraattonni godina Arsii Lixaa hiriira balaaleffannaa murna ABUT fi Shanee gaggeessaa jiru.
Hawaasni aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsa magaalaa…
Godina Gujii Lixaatti hiriirri mormii ABUT fi Shanee gaggeeffamaa jira
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Jiraattonni, hojjetaan mootumaa akkasumas kutaan hawaasa garagaraa aanaa Bulee Horaa, Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaa fi Godina Gujii Lixaa hiriira…
Ibsa Izzii Qajeelcha Labsii yeroo ariifachiisarraa kenname
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Ajejni (Izziin) Qajeelcha Labsii yeroo ariifachiisaa akkaataa labsii lakkoofsa 5/2014tiin guyyaa har'aa ifatti hojii jalqabuu ibseera.
Izzichi…
Aadde Adaanach Koollejjii Raayyaa Ittisaatti argamuun Miseensota Raayyaa Ittisaa duula…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Koollejjii Raayyaa Ittisaatti argamuun Miseensota Raayyaa Ittisaa duula birmadummaarratti…
Godina Jimmaatti oomisha Ruuzii walitti qabuun eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) –Godina Jimmaatti oomisha Ruuzii lafa hektaara kuma 2 olirratti misoomee ture walitti qabuun eegalameera.
Oomishni kun Qonnaan bultoota, dargaggoota…
Nageenyaa fi tasgabbii magaalaa keenyaa eeguun gocha badii farra nageenyaa fashaleessuuf qophiidha-…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa eeguun gocha badii farra nageenyaa fashaleessuuf qophii ta’uu dubartoonni bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Ityoophiyaan tasgabbooftee gara guddina diinagdee ishee duraaniitti ni deebiti – Huu Peeng.
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan tasgabbooftee gara guddina diinagdee ishee duraaniitti ni deebiti jedhan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti Daayreektarrj olaanaan…