Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT waggoota 27’n darbaniif Siyaasa Oromoorratti xiyyeeffattee hojjachaa kan turte hamma…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – ABUT waggoota 27'n darbaniif Siyaasa Oromoorratti xiyyeeffattee hojjachaa kan turte hamma Oromoon gahuu waan beektuufi jedhan Preezdaantiin mootummaa…
Biyyi wareegama qaaliin dhaloota har’aa harka geesse gantuu fi baandaa, akka diigamtu hin…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Biyyi wareegama qaaliin dhaloota har'aa harka geesse gantuu,baandaa fi murna shororkeessaan kan hin diiggamne ta’uu Waajjirri Caffee Oromiyaa…
Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa boru barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture ni eebbisiisa
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa boru barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol ni eebbisiisa jedhame.
Yuunvarsiitichi barattoota…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti filannoo gaggeessuuf ture adda kutuu…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti filannoo irra deebiin gaggeessuuf ture adda kutuu beeksiseera.
Boordichi baatii…
Deeggarsaa hanga Addaatti wareegama nurraa eegamu biyya keenyaaf kaffaluuf qophiidha- Paartilee…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Deeggarsaa hanga Addaatti wareegama irraa eegamu Ityoophiyaaf kaffaluuf qophii ta’uu Paartileen Morkattootaa beeksisaniiru.
Paartileen…
Naannoo Oromiyaatti namni kamuu waraaqaa eenyummaa malee bakka bakkaattis socho’uun dhorkaadha…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti namni kamuu waraaqaa eenyummaa malee bakka bakkaattis socho’uun dhorkaa ta'uu Haati Alangaa Waliigalaa Naannoo Oromiyaa Aadde…
Duula gareen shororkeessaa nurratti bane qolachuuf ni duulla –Dargaggoota magaalaa Gaambeellaa
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Duula gareen shororkeessaa ABUT Ityoophiyaarratti bane qolachuuf gara adda waraanaatti duuluuf qophii ta’uu Dargaggoonni magaalaa Gaambeellaa…
Godinichatti Paampiiwwan bishaanii oomisha qamadii jallisiif oolan 200 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Paampiiwwan oomisha qamadii Jallisii Bonaatiif oolan 200 qonnaan bultootaaf rabsamuu ibsame.
Godinichatti lafa hektaara…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Miseensota Raayyaa Ittisaa duraaniif waamicha taasise
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa duraaniif waamicha taasiseera.
Ministeerichi gocha biyya diiguuf…