Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti guyyoota 5 keessatti namni dhuunfaan meeshaa waraanaa qabu akka galmeessisu waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti har’aa eegalee guyyoota 5 keessatti namni dhuunfaan meeshaa waraanaa hidhate kamiiyyuu akka galmeessisu waamichi dhiyaateera.…
Qormaanni seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 irraa eegale ni laatama
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC)- Qormaanni seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa bara barnoota 2013 Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 2, 2014 akka laatamuu Ejensiin Madaallii Barnootaa fi…
Deeggarsi Godina Booranaatti lammiilee hongeen Miidhamaniif taasifamu cimee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC) – Deeggarsi Godina Booranaatti lammiilee hongeen Miidhamaniif dhaabbilee fi kutaa hawaasaa garaagaraan taasifamu cimee itti fufuu ibsameera.
Waldaan…
Warra waggaa 27 guutuu ilmaan keenya dhiiga xuuxan ni balaalleffanna – Obbo Araarsoo Biqilaa
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC) -Seenaa darbeerraa barachuun warra waggaa 27 guutuu ilmaan keenya dhiiga xuuxan ni balaalleffanna jedhan Hogganaan Biiroo Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa…
Jiraattonni magaalaa Holataa fi naannawaashee hiriira balaaleffanna garee ABUT bahaan
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC)- Jiraattonni Magaalaa Holataa fi naannawaashee hiriira balaaleffannaa gocha Shororkeessitoota ABUT fi Shanee gaggeessan.
Jiraattonni kunneen karoora…
Magaalaa Mojoo, Baabbilee fi aanaa Qarsaatti hiriirri balaaleffannaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa…
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC) - Jiraattoonni Magaalaa Mojoo, Baabbilee fi Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Hiriira Balaalleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa…
Magaalaa Dirree Dawaatti hiriirri balaaleffannaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC) -Jiraattoonni Magaalaa Dirree Dawaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffanaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessan.
Hirmaattonni…
Magaalaa Shashamannee fi Bishaan Gurraachaatti hiriirri balaaleeffannaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa…
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC) -Jiraattoonni Magaalaa Shaashamannee fi Bishaan Gurraachaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffanaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessan.…
Magaalaa Gambeellaatti hiriirri balaaleeffannaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC)- Gambeellaatti hiriirri Garee shoroorkeessaa ABUT balaalefachuu fi gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruu gaggeeffame.
Hiriirichaan ergaawwan gocha…
Magaalaa Naqamtee fi Roobeetti balaaleeffannaan ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Magaalaa Naqamtee fi magaalaa Roobee shoroorkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffachuu fi gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruuf hiriira…