Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti shakkamtoonni garee shororkeessitootaa waliin kallattiin hidhata qaban 98…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) - Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti shakkamtoonni garee shororkeessitootaa waliin kallattiin hidhata qaban 98 to'atamuu Poolisiin beeksiise.…
Magaalaa Finfinneetti dhimmoonni shakkisisoon yoo muudataan bilbillii eeruutti laatamu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee dhimmoonni shakkisoon yoo muudataan bilbilli eeruu itti laatanii fi tajaajila poolisii argataan ifoomeera.
Karaa…
Sagantaa ‘Oro-Fresh’ jedhuun oomisha qonnaan bulaa kallattiidhaan gabaa giddugaleesaaf dhiheessuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Sagantaa ‘Oro-Fresh’ jedhuun oomisha qonnaan bulaa kallattiidhaan Gabaa giddu galeesaaf dhiheessuuf qophiin xumuramuu mootummaan naannoo Oromiyaa…
Duula biyyarratti baname injifannoon xumuruuf hawaasni hundi qooda isaa ba’uu qaba – …
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) - Duula biyyarratti baname injifannoon xumuruuf hawaasni hundi qooda isaa ba'uu akka qabu Humni addaa naannoo Somaalee waamicha dhiyeesse.
Nageenya…
Hawaasa dippiloomaatikii teessoosaanii Magaalaa Finfinnee taasisaniif ibsi laatamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Miseensoota hawaasa dippiloomaatikii teessoosaanii Magaalaa Finfinnee taasisaniif haala waqtaawaa biyyarratti ibsi laatamaa jira.
Ibsicha Ministir…
Hoggantoota naannoo Somaaleef haala yeroo biyyaalessaa irratti ibsi laatame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Hoggantoota naannoo Somaaleef haala yeroo biyyaalessaa irratti ibsi laatamuu ibsameera.
Preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee Mahaammad, Itti…
Mootummaan naannoo Oromiyaa Oomisha qonnaan bulaatiif walitti hidhamiinsa gabaa uumuuf hojjechaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Oomisha qonnaan bulaatiif walitti hidhamiinsa gabaa uumuuf bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin hojjechaa jiraachuu Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Hararii dhimoota waqtaawaarratti mari’ate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa naannoo Hararii hoggantoota mootummaa naannichaa waliin dhimoota waqtaawaarratti mari’ateera.
Hoggantoonni hundi hawaasa…
Fooramiin Mootummaa fi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa Godina Arsii Lixaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Fooramiin Mootummaa fi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramiicharratti Dhaabbileen…