Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Mootummaa fi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa Godina Arsii Lixaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Fooramiin Mootummaa fi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramiicharratti Dhaabbileen…
Baandoonni yeroo dhumaaf ni awwaallamu – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) -Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ityoophiyaa moo'achuun seenaan hin eeyyamamu jedhan.
Seenaan Baandoonni yeroo dhumaaf ni…
Giddugalli leenjii duultoota humna addaa Komaandoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Giddugalli leenjii duultoota humna addaa Komaandoota leenjisaa ture marsaa 36ffaaf eebbisiisaa jira.
Maddi:-Fuula Feesbuukii Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Yaadni murtoo miseensota Boordii sakattoo labsii yeroo ariifachiisaa moggaasuuf dhiyaate ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Yaada murtoo miseensota Boordii sakattoo labsii yeroo ariifachiisaa moggaasuuf dhiyaate raggaasise.
Obbo Lammaa…
Humni Qilleensaa garee shorokeessaa ABUT’iin haleelaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Humni Qilleensaa FDRI haala kanaan duraa caalaatti garee shorokeessaa ABUT’iin haleelaa jiraachuu ibsameera.
Humni qilleensichaa haala kanaan…
Manni marichaa labsii yeroo ariifachiisaa dhiyaateef raggaasise
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa labsii yeroo ariifachisaa baatiwwan 6’f hojiirra ooluu qorachuun raggaasiseera.
Manni marichaa walga’ii idilee…
Waajjirri Qonnaa godinichaa paamppiiwwan bishaanii 155 qonnaan bultootaaf kenne
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Waajjirri Qonnaa Godina Iluu Abbaa Booraa paampiiwwan bishaanii 155 qonnaan bultootaaf kennuu ibsame.
Paampiiwwan qonnaan bultootaaf kennaman…
Injifannoo seena qabeessa ta’e galmeessifna- Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz haala yeroo biyyaa ilaalchisuun ibsa laateera.
Ityoophiyaa humna badiirraa baraaruuf wareegama…
Magaalaa Finfinneetti dargaggoota raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti dargaggoota raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti gaggeessaan taasifamaafi jira.…
Gochaan suukaneessaa gareen ABUT raayyaa irratti raawwate hin dagatamu – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) - Gochaan suukanneessaan gareen Shotorkeessaa ABUT raayyaa ittisaarratti raawwate hin dagatamu jedhan Kaantiibaan Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Aadde…