Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Shororkeessaa ABUT Kombolchaatti dargaggoota 100 ol ajjeeseera-Kominikeeshinii Mootummaa
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT Kombolchaatti dargaggoota magaalichaa 100 ol ajjeesuu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.
Garichi…
Jiraattoonni godina Jimmaa hongee godina Booranaatti muudateef deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 800…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Jimmaa hongee godina Booranaatti muudateef deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 800 olii fi nyaata beeyiladootaa taasisaniiru.…
Hojiin Suphaa madda anniisaa Gibee 1ffaan bishaan osoo hin dhangala’iin gaggeefame
Finfinnee, Onkololeessa 22,2014 (FBC) – Hojiin Suphaa madda anniisaa Gibee 1ffaa bishaan osoo hin dhangala'iin milkiin gaggeefamuun himameera.
Teeknooloojiin deeggaramuun madda…
Qabsoo hadhaa’aa gaggeessinee injifannoo boonsaa ni dhandhamanna -MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Qabsoo hadhaa'aa gaggeessinee injifannoo boonsaa ni dhandhamanna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii Ariifachiisaa 4ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa'ii Ariifachiisaa 4ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesseen waamicha ariifachiisaa dabarseera.
Humni Weerara…
Naannichi waqtii sassaabbiitti hojiin eegalee cimee akka itti fufuu deeggarsi barbaachisu ni…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Naannoon Somaaleetti waqtii sassaabiitti hojii eegalame hojii jallisii bonaas cimsee akka itti fufuuf deeggarsa akka taasisuu Ministirri Ministeera…
Magaalaa Shaashamanneetti meeshaaleen kontorobaandii, baalli sammuu namaa adoochuu fi meeshaaleen…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti meeshaaleen kontorobaandii, baalli namaa sammuu adoochuu fi meeshaaleen ashiishii to’annaa jala ooluu qajeelchi…
Mootummaan qaamolee odeeffannoowwan burjaaja’aa raayyaa ittisa biyyaa ilaalchisee tamsaasaniif hin…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Mootummaan qaamolee odeeffannoowwan sobaa fi hawaasa burjaajeeessan raayyaa ittisa biyyaa ilaalchisee tamsaasaniif kana booda akka hin obsine…
Dhaabbanni leenjii hidhattoota garee ABUT Agulaa’ii humna Qilleensaa Ityoophiyaatiin haleelame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)-Humni Qilleenyaa Ityoophiyaa dhaabbata leenjii hidhattoota garee ABUT Agulaa’ii naannoo Maqaleetti argamu haleeleera.
Giddulichi miseensoonni garee…
Barsiisoonni yuunvarsiitiiwwan rakkoon nageenyaa jiranitti barsiisaa turan akka galma’aan waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Barsiisoonni Yuunvarsiitiiwwan Maqalee, Addigiraat, Aksuum, Raayyaa fi Waaldiyaatti barsiisaa turan gara yuunvarsiitiiwwan birootti yeroof ramaduuf…