Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Finfinneetti qaala’insa jireenyaa hir’isuuf ‘Gabaan Dilbataa’ iddoowwan garaagaraatti…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Qaala'insa jireenyaa hir'isuuf "Gabaa Dilbataa" guyyaa har'aa iddoolee garagaraatti eegalchiifneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Gareen shororkeessaa ABUT haleellaan Izii Kaabaarratti raawwatee Onkololeessa 24 yaadatame oola…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT haleellaan Izii Kaabaarratti raawwatee Onkololeessa 24 yaadatame akka ooluu ibsameera.
Guyyaan yaadannoo kun qophiilee…
Uummanni Oromoo jijjiirama qabsoon argame tikfachuu qaba – Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) –Uummanni Oromoo jijjiirama qabsoon argame kana qaama nageenyaa waliin ta’uun tikfachuu akka qabu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa…
Dhalattoonni naannoo Tigraay Samaraa fi Loogiyaatti argaman gochaa ABUT hiriira ba’uun…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Dhalattoonni naannoo Tigraay Samaraa fi Loogiyaatti argaman gochaa badii gareen shororkeessaa ABUT lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarirratti…
Humni shororkeessaa hiriiree magaalaa Dasee weeraruu dhufe adabamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Humni shororkeessaa Yuunvarsiitii Walloo seenuun suuraa ka'aa turerratti tarkaanfii cimaa fudhameen barbadaa'uu ibsameera.
Garichi magaalaa Dasee…
Ayyaanni Irreechaa Malkaa Dhaabanaa Birbirsa Lakkuu kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleettii Ayyaanni Irreechaa Malkaa Dhaabanaa Birbirsa Lakkuu kabajamaa jiraachuu ibsameera.
Godina Buunnoo Beddelleettii…
Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand har’a gaggeeffameen Arsenaal, Cheelsii fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) –Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand torbee 10ffaa har'a waaree booda gaggeeffameen Arsenaal, Cheelsii fi Maanchiisteer Yuunaayiitid morkattoota…
Manni Maree Federeeshinii sirni qoodinsa Baajataa hojiirra jiru akka itti fufu murteesse
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) –Manni Maree Federeeshinii sirni qoodinsa Baajataa yeroo ammaa hojiirra jiru lakkoofsi ummataa gaggeeffamee bu'aan isaa hanga ifoomutti akka itti fufu…
Ityoophiyaa diinoota isheerraa baraaruuf hanga addaatti deemuun seenaa hojjechuuf qophiidha –…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) –Ogeeyyiin Aartii Ityoophiyaa rakkoo ishee muudaterraa baraaruun diinoota ishee qolachuuf hanga addaatti deemuun seenaa hojjechuuf qophii ta'uu…
Raayyaan Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa humna hiriiree magaalaa Dasee to’achuuf dhufe ittisuun…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa humna hiriiree magaalaa Dasee to'achuuf dhufe ittisuun seenaa boonsaa hojjechaa jiraachuu Tajaajilli…