Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waraana Adda Walloo keessatti humnoonni lammiilee Ityoophiyaa hin taane hirmaachuu MM Abiy Ahimad…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) –Waraana Adda Walloo keessatti humnoonni lammiilee Ityoophiyaa hin taane garee shororkeessaa ABUT waliin hirmaachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Bilisummaa wareegama qaaliin goonfanne dhiigaan eegganna – BMNO
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Bilisummaa wareegama qaaliin goonfanne dhiigaan eegganna jedhe Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksiise.
Ibsa Haala Yeroo Mootummaa Naannoo…
Naannoon Somaalee daangaa biyyoota ollaa waliin qabu si’oominaan kan eeguu ta’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad koree nageenyaa waliin walga'ii torbee gaggeessaniiru.
Waltajjii kanarratti hoggantoonni…
Hamilee gantootaa camsuun Ityoophiyaa gara Boqonnaa haaraatti ceesisuuf bakka jirrutti loltuu yaa…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Hamilee gantootaa camsuun Ityoophiyaa gara Boqonnaa haaraatti ceesisuuf hundi keenya bakka jirrutti loltuu ta'uun barbaachisaa ta'uu Manni…
Naannolee fi dhaabbilee waamamtootaaf deeggarsi konkolaattoota hojii badhee taasiifame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa Naannolee fi dhaabbilee waamamtootaaf konkolaattootaa fi Doqdoqqeewwan hojii badhee deeggarsa taasiiseera.…
Hawaasni miira yeroo hin qabnuun waamicha taasiifame fudhachuun duulaatti makamuu qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Hawaasni miira yeroo hin qabnuun waamicha taasiifame fudhachuun duula birmadummaatti makamuu akka qabu Tajaajjilli Kominikeeshinii…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo mana barnoota bultii addaa qaroo dhaabeeyyii waajjirri isaanii…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Giiftii Dureen Ityoophiyaa Zinnaash Taayyaachoo mana barnoota bultii addaa qaroo dhaabeeyyii waajjirri isaanii ijaarsiisaa jiru daawwataniiru.…
Balaa nutti aggaamame qolachuuf hoggansi sadarkaan jiruu fi ummanni waloon dhaabbachuu qabu – Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Balaa nutti aggaamame qolachuuf hoggansi sadarkaan jiruu fi ummanni gurmaa’uun, waldubbisuu fi tokkummaan diigamuu biyyaa baraaruu akka qaban…
Dargaggoonnii fi ummanni Oromoo Juuntaa awwaluuf qooda isaa akka ba’u gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa dargaggoonnii fi ummanni Oromoo marti Juuntaa awwaluuf qooda isaa akka ba’u waamicha dhiyeesse.
Itti…
Godinni Arsii godina Booranaatti hongee mudateef deeggarsa garaagaraa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC)- Godinni Arsii godina Booranaatti hongee mudateef deeggarsa garaagaraa taasiseera.
Aanaalee Godinichaa fi bulchiinsa Magaalaa Asallaarra walitti…