Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa humna hiriiree magaalaa Dasee to’achuuf dhufe ittisuun…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa humna hiriiree magaalaa Dasee to'achuuf dhufe ittisuun seenaa boonsaa hojjechaa jiraachuu Tajaajilli…
Manni Maree Federeeshinii murtoo Ummataa Kibba Lixa Ityoophiyaa qorachuun raggaasiise
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii walga’ii ariifachiisaa 1ffaa, bara paarlaamaa 6ffaa har’a gaggeesseen bu’aa murtoo Ummataa Kibba Lixa Ityoophiyaa…
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa naannoo Massaallamaa iddoo Barandaa midhaanii…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa naannoo Massaallamaa Barandaa midhaanii jedhamuun beekkamu Gamoo Amaanu’eel Tsaggaarratti balaan…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee miseensota paartii morkattootaaf muudama laate
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kutaalee magaalichaa garaagaraatti miseensota paartii morkattootaaf muudama laateera.
Haaluma kanaan:-
1.Obbo…
Garee shororkeessaa ABUT yeroo gabaabaatti akka hin deebinetti gaggeessuun barbaachisaadha – Paartii…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Diina waloo ummata Ityoophiyaa kan ta’e garee shororkeessaa ABUT yeroo gabaabaatti akka hin deebinetti gaggeessuun barbaachisaa ta’uu…
Yuunvarsiitiin Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 225 eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 225 eebbisiiseera.…
Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 ol marsaa 66ffaaf eebbisiisuu ibsameera.
Yuunvarsiitichi…
Haleellaa humni nageenyaa waloon fudhatuun injifannoon argamaa jira – Tajaajila Kominikeeshinii…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Haleellaa humni nageenyaa waloon fudhatuun gareeN shororkeessaa ABUT barabdaa’aa fi injifatamaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Ummanni Ityoophiyaa hundi tokkummaan yeroo gabaabaa keessatti awwaalcha garee shororkeessaa xumuruu…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Ummanni Ityoophiyaa hundi tokkummaan yeroo gabaabaa keessatti awwaalcha garee shororkeessaa ABUT xumuruu qabna jedhan Kaantibaan Magaalaa…
Bulchiinsi magaalichaa lammiilee sababa weerara garee ABUT qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uun magaalaa Bahaar Daar…