Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaaleen Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’aniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee keessatti argaman lammiilee naannoo Amaaraa qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif…
Manni Maree Federeeshinii har’a walga’ii ariifachiisaa ni gaggeessa
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii har'a walga'ii ariifachiisaa gaggeessuun murtoo ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ni raggaasiisaan eegama.…
Hawaasni odeeffannoon sobaarraa of eeggachuu akka qabu hubachiifni laatame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC) – Odeeffannoowwan maddi isaanii hin mirkanoofne maqaa dhaabbilee fi hoggantoota mootummaa tokko tokkoon ta'e jedhamee sobaan tatamsa'aa jirurraa…
Dooktar Maqdas Dhaabaa badhaasa yaala gadameessaa fi ulfaa addunyaa argatan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Dooktar Maqdas Dhaabaa qorannoo fi shooraa yaala gadameessaa fi ulfaarratti taasisaanii damee dubartootaanii badhaasa yaala gadameessaa fi ulfaa…
Ameerikaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimee akka itti fufuuf murannoo qabdi-Ambaasaaddar…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Ameerikaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimee akka itti fufuuf murannoo qabdi jechuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Giitaa Paasiin…
Obbo Taaggasaa Caafoon Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa Saamii Jamaal Abdullaah waliin…
Adeemsa baruu fi barsiisuun hojiilee kalaqaa fi qorannoof xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaa ta’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Adeemsa baruu fi barsiisuu sadarkaa sadarkaan taasifamutti hojiilee kalaqaa fi qorannoo bu’a qabeessa ta’aniif xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaa…
Gareen shororkeessaa ABUT meeshaalee dhukaasuu fixuun ololaa eegaleera-Tajaajila Komikeeshinii…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)-Gareen shororkeessaa ABUT tibba kana rukkuttaa cimaa irra ga’een humnisaa diigamuun muraasni hafaan kallattii Booruu Meedaatiin lagaa fi holqaa keessaa…
Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaashamanneetti shakkamtoonni Taaworii humna ibsaa hatan hidhaan adabaman
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaashamannee ganda Majaa Dammaatti shakkamtoonni Taaworii humna ibsaa irraa sibilaa hiikuun hatan hidhaan adabamaniiru.…
Magaalichatti sochii konkolaattota jajjaboorraa dhorkiin kaa’ame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sochii konkolaattota jajjaboorratti dhorkiin kaa’amuu Biiroon Geejjiba Magaalaa Finfinnee beeksise.
Banamuu manneen…