Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni seensa Yuunvarsiitii kutaa 12ffaa bara 2013 Onkololeessa 29 irraa eegalee ni laatama…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti barattoota kuma dhibba 2 fi kumni 61 oliif qormataa seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa laachuuf qophiin xumuramuu Biiroon Barnootaa…
Waltajjiin biyyaalessaa hariiroo seera raawwachiistota Mootummaa Federaalaa fi naannolee ibsa laate
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Haalota gocha shororkeessaa gareen ABUT raawwatu qolachuuf dandeessisan irratti mari’achuun waltajjiin biyyaalessaa hariiroo seera raawwachiistota…
Abbaan Alangaa ibsa Ministeerri Haqaa badii gareen ABUT qaqqabsiisee ilaalchisee qorannoo taasisaa…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Abbaa Alangaa ibsa Ministeerri Haqaa badii gareen Juuntaa Naannoo Amaaraa fi Affaar irratti qaqqabsiise ilaalchisee qorannoo taasisaa ture irratti…
Biyyoonni lameen hariiroo Ityoophiyaa waliin qaban cimsanii kan itti fufan ta’uu ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Xaaliyaanii fi Hindiin hariiroo Ityoophiyaa waliin qaban cimsanii kan itti fufan ta’uu ibsame.
Biyyoonni lameen kunneen hariiroo Ityoophiyaa waliin…
Ijaarsii fi suphaan daandii Gudaar-Geedoo % 92 xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)-Qaama daandii Finfinnee-Amboo-Baakkoo-Naqamtee-Asoosaa kan ta’ee ijaarsii fi suphaan daandii Gudaar-Geedoo kiiloo meetirri 54 % 92 xumuramuu Abbaan…
Preezdaantiin Siwiizerlaand MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Siwiizerlaand Gaay Paarmeeliin Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Preezdaantichi ergaa isaaniin,…
Waltajjiin hariiroo seera raawwachistoota Federaalaa fi naannoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Sirna hariiroo mootummoota federaalaa murteessuuf kan hundaa’ee waltajjiin hariiroo seera raawwachistoota Federaalaa fi naannoo gaggeeffamaa jira.…
Waldaan Kiristaanaa Araaraa Waaqayyoo Addunyaa godina Booranaatti hongee muudateef deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Godina Wallagga bahaa Magaala Naqamtee irraa Waldaan Kiristaanaa Araaraa Waaqayyoo Adunyaa godina Booranaatti hongee muudateef deeggarsa taasiseera.…
Hojjetoonni Korporeeshinii Sukkaaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 42 ol…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Hojjetoonni Korporeeshinii Sukkaaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaa isaanii ji’a tokkoo Birrii Miiliyoona 42 fi miiliyoona 6 deeggarsa taasisuu…
Abbaan Taayitichaa tajaajiloota 7 laataa turee naanoolee fi bulchiisoota magaalootaatti laatamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikii tajaajiloota kanaan dura Abbaa Taayitaa Geejjiba Federaalaan kennamaa turan naannolee fi bulchiinsa magaalotaan…