Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni dhuunfaa sadii Birrii miiliyoona 2 baankiidhaa saamaan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfaa sadii Birrii miiliyoona 2 baankiidhaa saamaan sa’aatii muraasa keessaatti harkaaf harkaatti to’annaa jala ooluu poolisiin magaalaa…
Magaalichatti torban torbaniin Baazaariin daldalaa ni gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa jireenyaa akkasumas dhiyeessii fi raabsa oomishaan daballii gatii nam-tolchee uumamu hir’isuuf torban torbaniin…
Qaaxxee badii nurratti aggaamame qolannee tokkummaa fi birmadummaa biyya keenyaa ni tiksina-MNO
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Qaaxxee badii nurratti aggaamame qolannee tokkummaa fi birmadummaa biyya keenyaa ni tiksina jechuun mootummaan naannoo Oromiyaa ibsa baaseera.…
Gocha badii gareen shororkeessaa ABUT qaqqabsiisaa jiru waloon ittisuu qabna-Majiliisi naannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)-Gareen shororkeessa ABUT Ityoophiyaa diiguuf naannoolee Amaaraa fi Affaaritti badii qaqqabsiisaa jiru waloon ittisuu qabna jechuun Majiliisi naannoo…
Gochi badii garee shororkeessaa ABUT raawwateen miidhaan hawaasummaa, xiinsammuu fi namoomaa…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Gochi badii garee shororkeessaa ABUT Kaaba Walloo fi bakkeewwan garaagaraatti raawwateen miidhaan guddaan hawaasummaa, xiinsammuu fi namoomaa…
Yuunvarsiitiin Haramayaa guyyaa boruu barattoota kuma 4 fi 47 ni eebbisiisa
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Haramayaa guyyaa boruu barattoota kuma 4 fi 47 ogummaa garagaraatin barsiisaa turee ni eebbisiisaa.
Yuunvarsiiichi yeroo 66ffaaf…
Jijjirrama hawaas-diinagdeerratti xiyyeeffannaa addaan kan hojjatamu ta’uu Bulchiinsi…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) –Waltajjiin Gamaggama raawwi hojii Mootummaa fi paartii Sadarkaa Naannoo,Godinaaleefi Magaalotaa kurmaana 1ffaa,Adaamatti guyyoota lamaaf gaggeeffama…
Godina Arsii lixaa aanaa Nagallee Arsiitti sirni baruu fi barsiisuu sirnaan hojiirraa oolaa…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Godina Arsii lixaa aanaa Nagallee Arsiitti sirni baruufi barsiisuu sirna hojiirraa olchaa jiraachuun himameera.
Bara barnoota 2014 aanichaatti…
Namoonni ABUT fi Shanee deeggaruun shakkaman 88 to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Adaamaa fi naannawaa isheetti namoonni garee shororkeessaa ABUT fi Shanee deeggaruun shakkaman 88 to'atamuu poolisiin magaalichaa beeksiise.…
Godina Arsii Lixaatti Oomisha gannaatiin callaan kuntaalli miiliyoonni 13 ni eegama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Oomisha gannaatiin midhaan gosa garagaraa irraa callaan kuntaala miiliyoonni 13 kan eegamu ta'uu Waajjirri Qonnaa godinichaa…