Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsii Lixaatti Oomisha gannaatiin callaan kuntaalli miiliyoonni 13 ni eegama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Oomisha gannaatiin midhaan gosa garagaraa irraa callaan kuntaala miiliyoonni 13 kan eegamu ta'uu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Jilli obbo Qajeelaa Mardaasaan durfamu Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan durfamu Akkadaamii Ispoortii Ityoophiyaa daawwateera.
Akkaadaamiin…
Ambaasaaddar Birihaanuu Tsaggaayeen Jiibuutiitti waamama DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Jiibuutti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Birihaanuu Tsaggaayeen Jiibuutiitti waamamaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Eerik Ovarveesti waliin…
Sinoodoosiin lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Qulqulluu Sinoodoosii Mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasisuuf…
Kibba Ityoophiyatati dhibeen Firii Bunaa muudachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Kibba Ityoophiyatati dhibeen Firii Bunaa iddoolee tokko tokkotti muudachuu ibsame.
Dhibeen kun iddoolee tokko tokkotti muul’achuu…
Poolisiin Federaalaa hojiiwwan isaa ammayyeessuuf mootummaa Ingiliiz waliin walii gale
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Itti aanaa Komishinara Poolisii Fedeeralaa Jeneraal Nabiyyuu Daanyee hoggantoota hojii mootummaa Ingiliiz waliin haala waliin hojjechuun…
Godinichatti baatii lama keessaatti meeshaaleen waraanaa fi baalli sammuu nama haadochu to’annaa…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bahaatti baatii Fulbaanaa fi Onkololeessa keessaa meeshaaleen waraanaa, kontiroobaandii fi baalli sammuu namaa haadochu to’annaa jala…
Rakkoo qulqullina barnootaa Yuunvarsiitiwwan keessatti muul’atu fooyyessuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Rakkoo qulqullina barnootaa Yuunvarsiitiwwan keessatti muul’atu fooyyessuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Ministeerri Barnootaa…
Ummattoonni naannoo Affaar Cifraatti gareen shororkeessaa ABUT haleellaa baneen rakkoof saaxilamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT lo’ee seenuuf haleellaa baneen naannichaatti lammiileen dhibbatti lakka’amaan qe’ee fi qabeenyaasaaniirraa buqqa’aniiru.…
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Koree Fannoo Diimaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Koree Fannoo Diimaa idil addunyaa Piitar Moorarii waliin mari’ataniiru.
Lammiilee…