Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waraanni Raayyaa Ittisaan durfamu torbee kana iddoolee garaagaraatti tarkaanfii cimaa fudhachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Waraanni Raayyaa Ittisa Biyyaan durfamu torban kana Kuutaaber,Tawlederee, Warra Baabboo fi Cifraatti tarkaanfii cimaa fudhachuu…
Ityoophiyaa badhaate arguuf ga’een miidiyaa olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Nageenya, misoomaa fi diimookiraasii dagaagsuun Ityoophiyaa Badhaate arguuf ga’een miidiyaa olaanaa ta’uu Biiroon Kominikeeshinii…
Humni Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo lammaffaaf Indaastirii Injinaaringii Masfiin haleele
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Humni Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo lammaffaaf Indaastirii Injinaaringii Masfiin magaalaa Maqaleetti argamuu haleeleera.
Dhaabbanni kunis id Humni…
Rakkoowwan keessaa fi alaa mudatan darbuuf waliin dhaabbachuu barbaachisa-Dooktar Raaheel Baafee
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Rakkoowwan keessaa fi alaa mudatan darbuuf waliin dhaabbachuu barbaachisa jedhan Walitti qabduu Mana Maree waloo paartiilee siyaasaa Dooktar Raaheel…
Ityoophiyaan ce’umsi Sudaan akka milkaa’uuf ejjennoo qabattee cimsitee itti fufti-Ministeera Dhimma…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan ce’umsi Sudaan akka milkaa’uuf ejjennoo qabattee cimsitee akka itti fuftuu Dubbi Himaan Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Magaalaa Nageelleetti daandiin aspaaltii Birrii miiliyoona 24 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Nageelleetti daandiin aspaaltii Birrii miiliyoona 24 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegaleera.
Godina Gujii…
Gareen Shororkeessaa ABUT Walloo Kaabaatti qofaa manneen barnoota 832 guutuummaa guutuutti…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT Walloo Kaabaatti qofaa manneen barnoota 832 guutuummaa guutuutti barbadeesseera.
Garichi naannoo Amaaraatti weerara…
Dooktar Injinar Habtaamuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin…
Bulchiinsi magaalichaa duula birmadummaaf Birrii Miiliyoona 57 ol deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Dabra Birhaan duula birmadummaaf Birrii Miiliyoona 57 ol deeggarsa taasisuu beeksise.
Duula birmadummaaf deeggarsi Birrii…
Naannichatti tajaajila lammummaa gannaatiin hojiin Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu hojjetamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti tajaajila lammummaa gannaa bara 2013tiin hojiin Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu hojjetamuu Biiroon Dhimma Dubartoota,…