Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti tajaajila lammummaa gannaatiin hojiin Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu hojjetamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti tajaajila lammummaa gannaa bara 2013tiin hojiin Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu hojjetamuu Biiroon Dhimma Dubartoota,…
Bulchiinsi magaalichaa lammiilee Walloo fi Godina Booranaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee Walloo qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi Godina Booranaa sababa hongee miidhamaniif deeggarsa…
Mootummaan nageenya uummataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjeta – Preezdaant Oordiin Badirii
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Mootummaan nageenya uummataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin ibsan.
Filannoon…
Hojjettoonni karaa seeraan alaa Paaspoortii qopheessuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Biiroo qorannoo yakkaa Poolisii Federaalaa fi Ejensii Mirkaneessa ragaalee bu’uuraa fi Immigireeshinii 10 waliin ta’uun karaa seeraan…
Yaa’iin kalaqa diijitaalaa Afrikaa 18ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) - Yaa’iin kalaqa diijitaalaa Afrikaa 18ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Maricharratti Ministira Ministeera Innooveeshinii fi…
Ambaasaaddar Reediwaan hogganaa dhaabbata Warshaa Sibiilaa Iikoos waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reediwaan Huseen hogganaa dhaabbata Warshaa Sibiilaa Iikoos Miister Sheel waliin…
Ityoophiyaan fayyadamummaa AGOA itti fuftuuf Imbaasiin Ameerikaa deeggarsa akka taasisu gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan fayyadamummaa AGOA( African Groth and opportunity Act) akka itti fuftuuf Imbaasiin Ameerikaa deeggarsa akka taasisu gaafatamuu ibsame.…
Aadde Adaanach Abeebee fi Caaltuu Saaniin hojii kalaqa teeknooloojii manneen walitti hidhamanii…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saaniin hojii kalaqa…
Obbo Qajeelaa Mardaasaan Adeemsa Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa Mardaasaa adeemsa ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaaleessaa daawwataniiru.
Daawwanicharrattis…
Ityoophiyaan tasgabbii fi nageenya Sudaan akka nageenya mataa isheetti ilaalti – Zahid Zeeydan…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan tasgabbii fi nageenya Sudaan akka nageenya mataa isheetti ilaalti jedhan,Qorataan hariiroo biyyoota Arabaa fi Ityoophiyaa Zahid Zeeydan…