Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aangoon fedhiin uummataa kan itti guutamuu malee kan hoggansi itti daheeffatee fedhii dhuunfaa itti…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Aangoon fedhiin uummataa kan itti guutamuu malee kan hoggansi itti daheeffatee fedhii dhuunfaa itti guuttatu miti jedhan Preezdaantiin Bulchiinsa…
Obbo Dammaqaa Makonniin Preezdaantii Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Preezdaantii Koree Fannoo Diimaa Idil…
Obbo Dammaqaa Makonnin guyyaa yaadannoo hundeeffama DHMG irratti hirmaatan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin guyyaa yaadannoo hundeeffama Dhaabbata…
Proojektiin lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’an deeggaruuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) –Dhaabbileen deeggarsaa shan lammiilee naannoo Amaaraa buqqa'an deeggaruuf kan dandeessisu Proojektii Birrii miiliyoona dhibba 1 olii ifoomsan.…
ABUT Gaalawwan osoo hin hafin barbadeessuu jiraattoonni Samara Loogiiyaa dubbatan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) –Gareen Shorokeessaa ABUT Gaalawwan osoo hin hafin barbadeessuu jiraattoonni Naannoo Afaar Samaraa Loogiyaa ibsaniiru.
Garichi haleellaan ummata…
Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa miseensoota poolisii humna adda eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa miseensoota poolisii humna adda marsaa 9ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarrattis…
Preezdaant Reeseep Xaayiib Erdoogaan MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Turkii Reeseep Xaayiib Erdoogaan Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru.
Preezdaantichi MM Abiy…
Lammiileen Sudaan rakkoo isaan muudate dandeettii isaaniin furuuf ga’umsa qabu jennee amanna- MM…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Lammiileen Sudaan rakkoo yeroo ammaa isaan mudate dandeettii isaaniin furuuf ga’umsa akka qaban kan amanan ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI…
Hongee godina Booranaatti muudatee dandamachiisuuf kallatti garagaraatin deeggarsi taasifamuu cimee…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Hongee godina Booranaatti muudatee dandamachiisuuf kallatti garagaraatin deeggarsi taasifamuu cimee itti fufeera.
Artiist Sinnishaaw Mul'ataa fi…
Ministeerichi qaamolee raawwii olaanaa misooma qamadii Bonaa bara 2013tti galmeessisaniif badhaasa…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa hojjettoota misooma Qonnaa, qonnaan bultoota, Biiroolee Qonnaa, Waajjiralee qonnaa Godinaalee fi Aanaalee misooma qamadii bonaa…