Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Shororkeessaa ABUT godina Walloo Kibbaatti iddoowwan lo’ee seeneetti adabbii cimaan adabamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Gareen Shororkeessaa ABUT godina Walloo Kibbaatti iddoowwan lo’ee seeneetti adabbii cimaan adabamaa jiraachuu bulchiinsi godina Walloo Kibbaa…
Sagaleewwan hammeenyaa adda nu qooduuf dhufan ni injifanna – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Sagaleewwan hammeenyaa adda nu qooduuf dhufan waloon ta'uun ni injifanna jedhan kaantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.…
Aanaa Shaashamanneetti proojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 20 oliin hojjatame eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaa Shaashamanneetti proojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 20 oliin ganda Faajii Goobaati hojjatame xumuramuun…
Ololli Sobaa garee Shororkeessaa imala Raayyaa Ittisaa hin gufachiisu – Ministeera Raayyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Ololli Sobaa garee Shororkeessaa imala Raayyaa Ittisaa kan hin gufachiifne ta'uu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksiise.
Ministeerri…
Mootummaan Jaappaan Ityoophiyaaf meeshaalee yaala Fayyaa adda addaa deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Mootummaan Jaappaan Ityoophiyaaf meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 78tti tilmaamamu deeggarsa taasiisuu ibsame.…
Aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingilizii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingilizii Alaastaar Maakfaayiil waliin…
Humni Qilleensaa Ityoophiyaa dhaabbata leenjii humna addaa garee shoroorkeessa ABUT naannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Humni Qilleensaa Ityoophiyaa dhaabbata leenjii humna addaa hidhattoota garee shoroorkeessa ABUT naannoo Maqaleetti argamu haleeluu Tajaajilli…
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Indaastirii Sibiilaa ‘Woodaa’ daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Ittoo Taakaakoon Indaastirii Sibiilaa 'Woodaa' daawwataniiru.
Daawwannicharratti Komishinarri Komishinii…
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa qusadhaa badhaafamaa marsaa 1ffaatin abbootii carraaf…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC)- Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa qusadhaa badhaafamaa marsaa 1ffaatin abbootii carraaf badhaasa laateera.
Baankiin Hojii Gamtaa…
Uummata diinagdeen badhaadhe uumuuf gaheen dhaabbilee misoomaa olaanaadha-Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC)- Sadarkaa Itti aanaatti Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaastara Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktara Girmaa Amantee bu'uura warraaqsa…