Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummata diinagdeen badhaadhe uumuuf gaheen dhaabbilee misoomaa olaanaadha-Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC)- Sadarkaa Itti aanaatti Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaastara Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktara Girmaa Amantee bu'uura warraaqsa…
Obbo Dammaqaa Makonniin hoggantoota mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo biyya alaa jiraatan waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin hoggantoota mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ameerikaa…
Obbo Dammaqaan Komishinar Juuttaa Urpiilaayinan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gamtaa Awurooppaatti Komishinara Tumsa Idil addunyaa…
Uummattoonni Burjii godina Booranaatti gogiinsa mudateef deeggarsa marga konkolaattoota 25 ol…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC)-Naanno Saboota Sablammootaa fi Uummattoota kibbaatti Uummanni Burjii godina Booranaatti gogiinsa mudateef deeggarsa marga loonii konkolaattoota 25 ol…
Preezdaant Saahilawarq Komishinar Juuttaa Urpiilaayinan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gamtaa Awurooppaatti Komishinara Tumsa Idil addunyaa Komishinar Juuttaa Urpiilaayinan waajjira isaaniitti…
Artistoonni 3 waliin ta’uun Ummata Booranaa hongeen miidhameef midhaan nyaataa deeggaran
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Artiist Qamar Yusuuf, Taaddalaa Gammachuu fi Abbuush Zallaqaa waliin ta'uun midhaan nyaataa Birrii kuma dhibba 2 ol baasu bituun uummata Booranaaf…
Humnoota alaa uwwisa deeggarsa namoomaan dhimma Ityoophiyaa gidduu seenaan Chaayinaan ni mormiti…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Chaayinaan qajeelfamootaa fi haqa qabeessummaa idil addunyaa kabachiisuuf ga'ee olaanaa kan taphattu ta'uu Preezdaantiin Chaayinaa Shii Zhiinpiing…
Kaabineen naannoo Somaalee yaa’ii idilee jalqabaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Somaalee yaa’ii idilee jalqabaa isaa guyyaa har’aa gaggeesseera.
Walga’icharratti preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee…
Tarkaanfiin waloo fudhatamaa jiru garee shorokeessaa ABUT bahaa fi gala dhorkuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa, humni addaa fi Milishaan naannoo Amaaraa addaa waraanaa Walloo, Warra Baabboo, Batahuladaree, Kutaabar fi…
Fuulli miidiyaa hawaasaa Inistiityuutii Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa butamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Fuulli miidiyaa hawaasaa Inistiityuutii Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa butamuu isaa Inistiitiyuutichi ibseera.
Inistiityuutichi ibsa Faanaa…