Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannon Oromiyaa hojii Inshuraansii fayyaa hawaasatiin raawwii olaanaa galmesseen beekkamtii argate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Naannon Oromiyaa hojii Inshuraansii fayyaa hawaasatiin raawwii olaanaa galmessuu isaan beekkamtii argachuu ibsame.
Tajaajila fayyaa haqa qabeessa…
Rakkoon nageenyaa Sudaan keessatti muudate karaa nagaan akka furamuuf mootummaan Ityoophiyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Rakkoon nageenyaa Sudaan keessatti muudate giddugaltummaa tokko malee karaa nagaan akka furamuuf mootummaan Ityoophiyaa waamicha dhiyeesseera.…
Ministeerichi guyyoota dhibba tokkotti galii Birrii biiliyoona 108.9 walitti qabuuf karoorse
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoon Ministeera Galiiwwanii guyyoota dhibba tokko keessaatti karoora hojiiwwan raawwatamaan irratti marii taasisuun kallattii…
Weellistoonni fi Artistoonni bebbeekkamoon giddugala leenjii loltummaa Kontinjeentii Huursootti…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC)- Weellistoonni fi Artistoonni bebbeekkamoon giddugala leenjii loltummaa Kontinjeentii Huursootti argamuun hojii aartii dhiyeessaniiru.
Artistoonni…
Artiist Yoosan Geetahunii fi hiriyoonni isaa jiraattoota Godina Booranaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Onkololeessaa 15, 2014 (FBC) – Artiist Yoosan Geetahunii fi hiriyoonni isaa hongee godina Booranaatti muudate dandamachiisuuf deeggarsa nyaataa loonii taasiisan.
Godina…
Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu sagantaalee barnootaa 18’n digrii 2ffaa fi 3ffaan kennuuf qophii…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu muummeewwan garaagaraa jalatti sagantaalee barnootaa 18 digrii 2ffaa fi 3ffaan kennuuf banuu ibsameera.…
Preezdaantiin Koree Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessaa 15, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Koree Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawurariin daawwannaa hojii guyyoota 3’f Finfinnee galaniiru.
Preezdaantichi…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa …
Komishiniin Turizimii Oromiyaa waggoottan shanan dhufan namoota kuma dhibba 5’f carraa hojii uumuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Komishiniin Turiizimii Oromiyaa waggoottan Shanan dhufan iddoowwan hawwata Turiistii naannichaa keessa jiran misoomsuun namoota kuma dhibba 5 oliif…
Aanaa Gurrafardaatti rakkoo nageenyaa ture waaraan furuuf sirni araara nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Naannoo Ummattoota Kibbaa Godina Beenchii Shakkoo aanaa Gurrafardaa gandoota garaagaraa keessatti rakkoo nageenyaa ture waaraan furuuf…