Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoon biyya aarsaa abbootiin dhaale dhaloota dhufuuf kabajaa fi badhaadhina waliin dabarsuu…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Dargaggoon biyya aarsaa abbootiin dhaale dhaloota dhufuuf kabajaa fi badhaadhina waliin dabarsuuf dirqamaarraa eegamu bahachuu qaba jedhameera.…
Jiraattoonni Aanaalee Shawaa bahaa goginsa Godina Booranaatti mudateef deeggarsa nyaata looni…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Aanaalee Shawaa bahaa goginsa Godina Booranaatti mudateef deeggarsa nyaata looni taasisaniiru.
Deeggarsichi Aanoolee Godina Shawaa…
Gufuuwwanii fi Qormaatileen duubatti nun deebisan – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Gufuuwwanii fi Qormaatileen duubatti nun deebisan, riqicha ta'uun nu tajaajilu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad
Addunyarratti…
Giddugalli oomisha hidhannoo waraanaa naannawaa Adwaatti argamu Huma Qilleensaan haleellamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Humni Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala oomisha hidhannoo waraanaa garee shororkeessaa ABUT naannawaa Adwaatti argamu haleeluu Tajaajilli…
Humni Qilleensaa Ityoophiyaa Adda Waranaa Lixaatti giddugala leenjii fi gurmeessa humna namaa garee…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Humni Qilleensaa Ityoophiyaa Adda Waranaa Lixaatti giddugala leenjii fi gurmeessa humna namaa garee shororkeessaa ABUT Maayixaabiriitti argamu…
Nooraan fayyadamnee hojjechuun keenya oomishni keenyaa akka dabaluuf abdii nutti hore –…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Nooraan fayyadamne hojjechuun keenya oomishni keenyaa akka dabaluuf abdii nutti horeera jedhan qonnaan bultoonni Godina Aadda Oromiyaa Aanaa walmara.…
Leenjiin madaqiinsa sirna barnootaa haaraa irratti barsiisotaaf kennamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Sirni barnootaa haaraan hojiirra ooluuf deemu dhaloota egeree beekumsaa fi dandeettii olaanaa goonfate horachuuf gumaacha guddaa taasisa jedhame.…
Magaalaa Finfinneetti manneen jireenyaa harka qaleeyyii haaromsame dabarfame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti manneen jireenyaa harka qaleeyyii haaromsame 69 dabarfameera.
Kaantibaan magaalaa…
Jilli Dippiloomaatootaa fi Abbootii qabeenyaa Naayijeeriyaa Jimmaa daawwataa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Jilli Dippiloomaatootaa fi Abbootii qabeenyaa Naayijeeriyaa Jimmaa daawwachaa jiraachuu ibsame.
Miseensonni jilichaa wayita magaalaa Jimmaa ga'an…
Booranaatti loon hongeen miidhamaniif deeggarsi nyaata beelladaa taasiifame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Jiraattoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Siilk Laaftoo Booranaatti loon sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaata beelladaa…