Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baalee Bahaatti hongeen muudachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Godina Baalee Bahaatti Hoongeen namaa fi beelladarran miidhaa qaqqabsiisuu ibsame.
Godinichatti sababa hanqina roobaatiin hongee umamee hordofuun…
Qonnaan bultoota kilaastaraan misoomsaniif deeggarsi barbaachisu kan taasifamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Oomishaa fi oomishtummaa dabaluun fayyadamummaa qonnaan Bultootaa mirkaneessuuf qonnaan bultoota kilaastaraan misoomsaniif deeggarsi barbaachisu kan…
Daabboo Shaggariif deeggarsi Birrii miiliyoonni 309 ol akka taasifamu murtaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Haala gabaa yeroo ilaalcha keessa galchuun Daabboo Shaggariif deeggarsi Birrii miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 9 ol akka taasifamu murtaa’e.…
Haleellaa qilleensarraa guyyaa kaleessaa raawwate ilaalchisee miidiyaaleen Idil addunyaa gabaasa…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Haleellaa qilleensarraa guyyaa kaleessaa magaalaa Maqaleetti raawwate ilaalchisee miidiyaaleen Idil addunyaa gabaasa dogoggoraa tamsaasuu tajaajilli…
Deeggarsi dhokataan Dhaabbilee Idil Addunyaan garee shororkeessaa ABUTiif taasifamu dhaabachuu akka…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Deeggarsi dhokataan namoonni dhuunfaa dhaabbilee idil addunyaa tokko tokko keessa daheeffachuun garee shororkeessaa ABUTiif taasisan dhaabachuu akka…
Preezdaant Muusxafeen Proojektiiwwan misoomaa magaalaa Jigjigaatti hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Preezdaantiin mootummaa naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mahaammad Proojektiiwwan misoomaa magaalaa Jigjigaatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Fayyadamummaa saba tokkoo qofa osoo hin taane uummata hundaa guddisuuf hojjechuun barbaachisaadha-…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Fayyadamummaa saba tokkoo qofa osoo hin taane uummata hundaa guddisuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordii…
Dargaggoonni Feesbuukiin wal baran Tamrii Birrii kuma 200 fi kuma 46 ol Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Dargaggoonni 10 Feesbuukiin wal baran Tamrii Birrii kuma 200 fi kuma 46 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu ibsame.…
Baankiin Awaash Seminaarii Makaaneyesuus ganna darbe balaa Lolaatiin miidhameef deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Baankiin Awaash sagantaa isaa itti gaafatamummaa Hawaasummaa bahuu jedhamuun, Seminaarii Waldaa Makaaneyesuus ganna darbe balaa lolaatiin miidhame…
Ministeerri Qonnaa godina Booranaatti deeggarsa marga beelii kuma 77 taasise
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Ministeerri Qonnaa godina Booranaatti deeggarsa nyaata beelladaaf ooluu marga beelii kuma 77 taasiseera.
Godinichatti aanoolee 11 keessaatti…