Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 46 olitti tilmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Torbee darbee Meeshaaleen kontiroobaandii galii fi baasii Birrii miiliyoona 46 olitti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Komishinii Gumurukaa ibseera.…
Godina Booranaatti goginsa mudateef dursa qophiin hin taasifamnee osoo ta’ee lubbuu namaarra…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Godina Booranaatti goginsa mudateef dursa qophiin hin taasifamnee osoo ta’ee lubbuu namaarra miidhaan ni qaqqabbaa ture jechuun mootummaan naannoo…
Yuunvarsiitiin Mattuu barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture 370 ol eebbisiisa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Mattuu barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture 370 ol eebbisiisa jira.
Yuunvarsiitichi barattootta ogummaa Saayinsii Fayyaa…
Waltajjiin Gumii Balal mata duree gahee aktivistoonni misoomaa fi rakkoo uummataa furuu keessatti…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Waltajjiin Gumii Balal marsaa 14ffaan har'a mata duree gahee rogeeyyiin (Aktivistoonni) misoomaa fi rakkoo uummataa furuu keessatti qaban jedhuurratti…
Sirni eebbaa poolisii federaalaa marsaa 20ffaan Xoollaayitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Sirni eebbaa poolisii federaalaa marsaa 20ffaan giddugala Xoollaayitti gaggeeffamaa jira.
Sirna eebbicharratti Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi…
Raawwii hojii kurmaana 1ffaa sekteraalee kilaastera magaalaa Oromiyaa Magaalaa Bishooftuutti…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Raawwii hojii kurmaana 1ffaa sekteraalee kilaastera magaalaa Oromiyaa Magaalaa Bishooftuutti qoratamaa jira
Qorannicharratti Sadarkaa Preezidaantii…
Aadde Adaanach Abeebee mana harka qalleeyyii haaromfamee laatan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)-Kaantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kutaa bulchiinsa magaalaa Gullaleetti mana harka qalleeyyii Biiroo Geejjiba magaalaa Finfinnee fi…
Xaaliyaanii fi Giriikiitti sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Xaaliyaanii fi Giriikiitti sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffameera.
Sagantaa galii walitti qabuu kun lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra…
Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Gamtaa…
Aadde Miisraa Abdallaa Itti aantuu Preezdaantii naannoo Hararii ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo yaa'ii idilee jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun muudama Itti aantuu Preezdaantii kaabinoota naanni raggasiiseera.
Manni…