Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanich obbo Oordiin Badiriif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen obbo Oordiin Badirii Preezdaantii naannoo Hararii ta'uun muudamuu isaanii sababeeffachuun ergaa…
Imaanaa fi adaraa Ummata nu filate itti gaafatamummaan ba’uuf murannoon ni hojjenna –…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Imaanaa fi adaraa Ummata nu filate itti gaafatamummaan ba'uuf murannoon ni hojjenna jedhan Preezdaantiin naannoo Hararii Obbo Oordiin Badiriin.…
Uummanni naannoo Tigraay akkuma ummata Ityoophiyaa biroo gochaa badii garee Shororkeessa ABUT…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Uummanni naannoo Tigraay akkuma Uummattoota Ityoophiyaa biroo seenaa boonsaa ijaarsa biyyaa keessatti qabu eegsisuun gochaa badii garee Shororkeessa…
Obbo Oordiin Badiriin Preezdaantii naannoo Hararii ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Oordiin Badirii Preezdaantii naannichaa taasiisuun…
Obbo Sulxaan Abduusalaam Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Hararii ta’uun filataman
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun obbo Sulxaan Abduusalaam Af Yaa’ii Mana Marichaa taasiisuun…
Yuunvarsiitiin Asoosaa lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Asoosaa lammiilee naannoo Afaarii sababa haleellaa garee shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif…
Biirichi lammiilee sababa balaa lolaan buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Naannoo Ummattoota Kibbaa Godina Oomoo aanaa Dasanachitti lammiilee sababa balaa lolaan Qa’ee…
MM Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessaniiru.
EBCn adeemsa ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa akka…
Yuunvarsiitiin Hawaasaa miseensa waldaa Yuunvarsiitiwwan idil addunyaa ta’e
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Hawaasaa miseensa waldaa Yuunvarsiitiwwan idil addunyaa ta’uuf ragaan dhiyeesse fudhatama argachuu yuunvarsiitichi…
Aadde Daagmaawiit Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagmaawiit Mogas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin…