Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalli leenjii ABUT biroon fuulleffannaa haleellaa humna qilleensa ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Giddugalli leenjii garee shororkeessaa ABUT biroon har’a fuulleffannaa haleellaa humna qilleensa ta’uu ibsame.
Iddichi giddugala…
Hawaasni lootee seentoota garee shororkeessaa ABUT saaxiluun naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Daseetti badii hedduu raawwachuuf karoorfatee socho’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Duulli Talaallii Pooliyoo Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegale
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Duulli Talaallii Pooliyoo marsaan jalqabaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegaluu ibsame.
Godina Iluu Abbaa Booritti marsaa…
Dooktar Yiliqaal Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin magaalaa…
Manni maricha har’a mootummaa haaraa ni hundeessa
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii har’a mootummaa haaraa ni hundeessa jedhame.
Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa har’a…
Gareen shororkeessaa ABUT abdii kutachuun gochaa garaa jabinaa raawwachaa jira – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT abdii kutachuun gochaa garaa jabinaa raawwachaa jiraachuu Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Afaar…
Godina Booranaatti hongee mudateen Loon kumni 14 ol du’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC) – Godina Booranaatti hongee mudateen Loon kumni 14 ol du'uu Bulchinsi Godinichaa beeksise.
Godinichatti Hongee mudateen loon kumni 14 ol yoo du'an,…
Mootummaan naannoo Beeniishaanguul Guumuz miseensota paartii morkattootaa 6f muudama laate
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Beeniishaanguul Guumuz miseensota paartii morkattootaa 6f muudama laachuu beeksiise.
Miseensota paartii morkattootaa naannicha…
Amanamummaadhaan cimanii hojjechuun dhalootaaf yaaduu fi biyya olqabuuf ka’uu agarsiisa-MM…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad amanamummaadhaan cimanii hojjechuun dhalootaaf yaaduu fi biyya olqabuuf ka'uu agarsiisa jedhaniiru.
MM Abiy…
Ityoophiyaatti giddugala yaala Onnee daa’immaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 6 taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti giddugala yaala Onnee daa’immaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 6 taasifameera.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri giddugala yaala Onnee…