Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diinni tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jira-Ministeera Raayyaa Ittisa
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jiraachuu daayrektooreetiin hariiroo uummataa raayyaa ittisa biyyaa…
Hundi gara Wallootti haa duulu jechuun Preezdaantiin Mootummaa naannoo Amaaraa waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Haleellaa garee shororkeessaan ABUT bane qolachuuf lammiin hundi of gurmeessee tokkummaan ka’uun gara Wallootti duuluu qaba jechuun Preezdaantiin…
Miseensoota humna addaa naannoo Somaalee dirqamarratti bobba’uun raawwii gaarii agarsiisaniif…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Miseensoota humna addaa naannoo Somaalee dirqamarratti bobba’uun raawwii gaarii agarsiisaniif sadarkaa guddinaa fi badhaasni laatameera.
Sadarka…
Magaalichatti daa’imman umrii waggaa 5 gadiitif talaalliin Pooliyoo ni kennama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti daa’imman umrii waggaa 5 gadiif talaalliin Pooliyoo kan kennamu ta’uu Biiroon Eegumsa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Haleellaa nurratti baname qolachuuf furmaanni gurmaa’uudha- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Haleellaa nurratti baname qolachuuf furmaanni gurmaa’uudha jedhe Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa.
Torban darbe irraa kaasee gareen…
Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti manni Barumsaa Bu’uraa Boruu Bakkee eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti Barumsaa Bu’uraa Boruu Bakkee eebbifameera.
Sirna eebba…
Godina Jimmaatti daa’imman 2 irratti vaayrasiin Pooliyoo muul’achu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Godina Jimmaatti daa'imman 2 irratti vaayrasiin pooliyoo muul’achuusaa waajjirri eegumsa fayyaa godinichaa beeksiseera.
Waajjirichatti qindeessaan…
Yuunvarsiitii Jimmaa fi Yuunvarsiitiiwwan Indooneezhiyaa gidduutti hariiroo barnootaa uumuuf ni…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Jimmaa fi Yuunvarsiitiiwwan Indooneezhiyaa gidduutti hariiroo barnootaa uumuuf kan hojjetamu ta’uu Ambaasaaddarri Indooneezhiyaa Al…
Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan lammiilee garee ABUT’tiin miidhamaniif deeggarsa Doolaara kuma…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan lammiilee gocha shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Doolaara Kuma dhibba 1…
Torban darbe dhugaa Ityoophiyaa hawaasa Idil Addunyaa hubachiisuuf hojiin hojjetameera- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Torban darbe dhugaa Ityoophiyaa hawaasa Idil Addunyaa hubachiisuuf hojii hedduun hojjetamuu Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…