Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injinarroonni magaalaa Adaamaa jiraatan horsiisee bultoota godina Booranaaf nyaata horii hidhaa kuma…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Injinarroonni magaalaa Adaamaa jiraatan horsiisee bultoota godina Booranaaf nyaata horii hidhaa kuma 3 fi 600 ol taasisaniiru.
Godina Booranaatti…
Galmoota hojii qonnaa milkeessuuf ga’een abbootii qabeenyaa olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Fooramiin abbootii qabeenyaa invastimantii qonnaarratti bobba'anii jiranii magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Kaayyoon fooramii…
Daangaa Ityoophiyaa fi Keenyaatti tatamsa’ina dhibee beelladaa ittisuuf talaalliin beelladaa laatamu…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Daangaa Ityoophiyaa fi Keenyaatti tatamsa’ina dhibee beelladaa daangaa ce’uun loon miidhu ittisuuf talaalliin beelladaa laatamuu eegalameera.…
Uummataa fi biyya tajaajiluuf of qopheessuun kabaja- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hooggantoota haaraa sadarkaa magaalaa hanga aanaatti ramadamaniif hooggantoota olaanoo magaalichaatif bobbii hojii…
Ityoophiyaan fedhii garee muraasaatiin biyya diigamtuu miti-Jiraattoota magaalaa Samaraa
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Samaraa gocha sukkanneessaa gareen ABUT uummata nagaa naannoo Affaarirratti raawwate hiriira bahuun balaaleffatan.…
Qaamoleen dhuunfaa gareen Warshaa tokko keessaa qabeenya Birrii miiliyoona 2.7 saaman…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Buraayyuutti qaamoleen dhuunfaa gareen Warshaa tokko keessaa qabeenya Birrii miiliyoona 2.7 tilmaamamu saamaan to'atamaniiru.
Qaamoleen…
Miseensonni garee shororkeessaa Shanee yakka shororkeessummaaf meeshaalee waraanaa dhoksaan…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) –Miseensonni garee shororkeessaa Shanee yakka shororkeessummaaf meeshaalee waraanaa dhoksaan dabarsuuf yaalaa turan to'atamuu Komishiniin Poolisii…
Aanaa Horsiisee Bulaa Sabbaa Booruutti sababa hongee mudateen loon kumni 1 fi 800 ol du’uu himame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Godina Gujii Aanaa Horsiisee Bulaa Sabbaa Booruutti sababa hongeen mudateen loon kumni 1 fi 800 ol du’uu himameera.
Godina Gujii Aanaa Horsiisee…
Buufata Sakattoo Nageellee Booranaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 2.6 olitti…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Buufata Sakattoo Nageellee Booranaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 2.6 olitti tilmaamaman to’annaa jala ooluu qajeelchi poolisii…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa haala sabdaneessummaa cimsuun akka kabajamu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Guyyaan sabaa fi sablammootaa Sadaasa 29, 2014 haala sabdaneessummaa cimsuun kan kabajamu ta’uu Af Yaa’iin Mana maree Federeeshinii obbo Aganyawu…