Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Baaleetti hojiin tajaajila lammummaa jijjiirama qabatamaa fiduu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti hojiin tola ooltummaa fi tajaajila lammummaa jireenya hawaasaa irratti jijjiirama qabatamaa fidaa jiraachuu Waajjirri Dhimma…
Guyyaa boruurra eegalee talaallii horii daangaa Ityoophiyaa fi Keeniyaa giddutti ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Talaallii horii daangaa Ityoophiyaa fi Keeniyaa giddutti gaggeeffamuu hordofee mariin gaggeeffameera.
Duulli talaallii horii gama proojektiin…
Godina Baaleetti paampiiwwan bishaanii 220 waldaalee 120’f kenname
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) –Eeggattummaa roobaa malee itti fufiinsaan oomishuuf misooma jallisiitti gargaarramuun murteessa ta'uu isaan mootummaan naannoo Oromiyaa meeshaalee…
Naannoon Oromiyaa hongee godina Booranaatti mudate ittisuuf Birrii miiliyoona 30 ramade
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa hongee godina Booranaatti mudate ittisuuf Birrii miiliyoona 30 ramaduu Komishiniin Ittisa soda Balaa Oromiyaa beeksise.…
Qonnaan bultoota adda duree, waldaalee fi yuuniyeenotaaf liqiin Birrii biiliyoonni 4 kennamuufi…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) –Baankiin Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa Distiriktii Jimmaa qonnaan bultoota adda duree, waldaalee fi yuuniyenotaaf birrii billiyoona 4 ol liqaan ni…
Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan qilleensarraa milkiin raawwachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan qilleensarraa iddoolee fuulleffannoottti milkiin raawwachuu beeksiise.
Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan…
Naannoo Harariitti miseensota Mana Maree haaraaf leenjiin kennamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) - Naannoo Harariitti miseensota Mana Maree haaraaf hojmaata, namuusaa fi Qajeelfama mana marichaarrattti leenjiin kennamaa jiraachuu ibsameera.…
Itti gaafatamummaa ummataa fi heeraan nutti kenname amanamummaa olaanaan hojjechuutu nurraa eegama-…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC)- Itti gaafatamummaa ummataa fi heeraan nutti kenname amanamummaa olaanaan hojjechuutu nurraa eegama nurraa eegama jedhan Afyaa'iin Caffee Oromiyaa…
Nageenya naannoo isaanii eeguuf qophii ta’uu dargaggoonni magaalaa Samaraa ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC)- Nageenya Naannoo isaanii eeguuf qophii ta’uu dargaggoonni magaalaa Samaraa ibsaniiru.
Dargaggoonni magaalichaa Raayyaa Ittisa biyyaa birmadummaa…
Konfirensiin dargaggootaa carraa hojii uumuu idil addunyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 201 (FBC) - Konfirensiin dargaggootaaf carraa hojii uumuu idil addunyaa magaalaa Finfineetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa…