Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamtaan Awurooppaa waliigaltee malee adda ba’e
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) - Gamtaan Awurooppaa waliigaltee malee adda ba’uun dhiibbaa biyyoonni muraasni faayidaa mataa isaanii kabachiisuuf taasisan kan agarsiisu ta’uu Dubbii…
Z Teeleegraaf dhimma Ityoophiyaarratti gabaasa dogoggoraa dhiyeessurraa akka of qusatu gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC)- Z Teeleegraaf dhimma Ityoophiyaarratti gabaasa dogoggoraa dhiyeessuu itti fufuu fi gochaasaa akanaarraa akka of qusatuu gaafatameera.
Gaazixichi …
Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaaleessaa kabachiisuuf hojjechuu qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) –Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaaleessaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa hojjechuu akka qaban Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Ministeerichi…
Korechi ergama badii garee Shanee fi ABUT fashaleessuuf hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) – Koreen waloo Poolisii Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz ergama badii garee Shanee fi ABUT fashaleessuuf hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Garee…
Qaamolee nageenyaa cimsuu fi dandeettii isaanii guddisuun nageenya biyyaaf murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) – Qaamolee nageenyaa cimsuu fi dandeettii isaanii guddisuun nageenya biyyaaf murteessaa ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo…
Proojektiin “Daagguu” damee fayyaa irra oolaa ture bu’aa agarisiisuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) – Ityoophioyaatti sirna tajaajila fayyaa fooyyessuuf waggoottan 5n darbanitti Proojektiin “Daagguu” damee fayyaa irra oolaa ture bu’aa agarsiisuu…
Emireetonni Araba Gamtoomanii fi Ministeerri Fayyaa wal harkaa fuudhiinsa ambuulaansii taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Emireetonni Araba Gamtoomanii fi Ministeerri Fayyaa walharkaa fuudhinsa Ambuulaansiiwwan 50 taasiisaniiru.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Manni barumsaa Ifa Boruu Haroo Wancii eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Haroo Wancii Birrii miiliyoona 34 oliin ijaarrame eebbifameera.
Manni Barumsaa kun gaaffii hawaasa aanaa…
Gaambeellaa fi Bahaar Daaritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaa fi Bahaar Daaritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garaagaraa to’atamuu ibsameera.
Magaalaa Bahaaritti meeshaaleen waraanaa…
Ityoophiyaatti, Ambaasaaddarri Indooneezyiyaa qabeenya hawwata turizimii Godina Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti, Ambaasaaddarri Indooneezyiyaa Albusyira Basnuur qabeenya hawwata turizimii Godina Jimmaa daawwataniiru.
Abbootiin qabeenyaa…