Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Naannoo Somaalee oolmaa isaa guyyaa 2ffaan muudamoota garaagaraa raggaasiise
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Somaalee Yaa’ii jalqaa waggaa 1ffaa bara 6ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota garaagaraa raggaasiseera.
Manni marichaa muudama…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Ifaa Roophii Sadarkaa 2ffaa eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Ifaa Roophii Sadarkaa 2ffaa Godina Arsii lixaa Aanaa Siraaroo Magaalaa Roophitti…
Baratoonni Yunvarsiitiiwan Naannoo Tigraayii fi Waldiyaatti barachaa turan Yuunvarsiitii birootti…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) Sababa rakkoo nageenyaa gareen Shororkeessaa ABUT uumeen baratoonni Yunvarsiitiiwan Naannoo Tigraayii fi Waldiyaatti barachaa turan…
Gareen Shororkeessaa ABUT ammas boo’icha sobaatiin uummata addunyaa dogongorsuuf yaalaa jira …
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT amala isaa baratame boo’icha sobaatiin hawaasa idil addunyaa dogongorsuuf yaalaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Aadde Adaanach obbo Musxafee Mahaammadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii Naannoo Somaalee ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga…
Preezdaantonni lameen ijaarsa mana barumsaa magaalaa Jigjigaatti ijaaramuuf dhagaa bu’uuraa kaa’an
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad ijaarsa mana barumsaa…
Addi Bilisa Baasaa Biyyoolessa Ogaadeen Preezdaant Musxafee Mahaammad Umariif erga baga gammaddanii…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Addi Bilisa Baasaa Biyyoolessa Ogaadeen(ONLF) Preezdaant Musxafee Umarii Preezdaantii naannoo Somaalee ta’uun filatamuu isaaniitiif erga baga…
Waraana gareen shororkeessaa ABUT bane qolachuuf ummanni Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuu akka…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Waraana yeroo ammaa gareen shororkeessaa ABUT bane qolachuuf ummanni Raayyaa Ittisaa cinaa hiriiruu akka qabu waamichi darbeera.
Wucaalee fi…
Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti Siliindariin dhoo’uun balaa ibiddaa uumameen …
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti Siliindariin dhoo'uun balaa ibiddaa uumameen lubbuu namoota 2 yoo darbu, namoota 6 irra miidhaan…
Bara kana akka biyyaatti lafti qonnaa %98 sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Bara kana akka biyyaatti lafti qonnaa qotamuu qabu qotamee %98 sanyiin uwwifamuu Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseen ibsan.
Oomishaalee ijoo…