Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq ayyaana Moolidaa sababeeffachuun Faawundeeshinii tola ooltummaa Kaaliid…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ayyaana Moolidaa sababeeffachuun namoota daandirraa Faawundeeshinii tola ooltummaa Kaaliidiin deeggaraman…
Uummanni Oromoo fi Somaalee obboleewwani- Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Uummanni Oromoo fi Somaalee obboleewwani jedhan Preezdaantiin bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisa.
Uummanni…
Mootummooleen naannichaa darban of danda’anii dhaabachuu akka hin dandeenyetti ABUTiin hundaa’aa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Mootummooleen naannichaa darban of danda’anii dhaabachuu akka hin dandeenyetti jeneraalota garee shororkeessaa ABUT teessoo isaanii Harar taasisataniin…
Ayyaanni Moolidaa waggaa 1,496ffaaf Magaalaa Jimmaatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Ayyaanni Moolidaa waggaa 1,496ffaan sgantaalee garaagaraan Magaalaa Jimmaatti kabajameera.
Ayyaannichi bakka kaantibaa magaalaa Jimmaa obbo Najiib…
Obbo Ibraahim Usmaan Itti aanaa Preezdaantii naannoo Somaalee ta’uun filataman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Ibraahim Usmaan Itti aanaa Preezdaantii naannichaa…
Aadde Ayyaan Abdiin Af Yaa’ii mana maree naannoo Somaalee ta’uun filataman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Ayyaan Abdiin Af Yaa'ii mana maree naannichaa…
Obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii naannoo Somaalee ta’uun filtaman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii naannichaa taasiisuun…
Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa'ichi Af Yaa'ii mana maree fi Preezdaantii…
Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa durfamu Jijjigaa gale
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hundeeffama mootummaa naannoo Somaaleerratti hirmaachuuf…
Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan hordoftoota amantaa Islaamaan kabajamaa jiraachuu ibsameera.
Ayyaannich magaalaa Finfinnee Masjiida Guddicha…