Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan hordoftoota amantaa Islaamaan kabajamaa jiraachuu ibsameera.
Ayyaannich magaalaa Finfinnee Masjiida Guddicha…
Godinni Koonsoo godina Booranaaf deeggarsa nyaata beelladaa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Naannoo Uummattoota kibbaatti godinni Koonsoo godina Booranaaf deeggarsa nyaata beelladaa taasiseera.
Godiina Booranaatti roobni Arfaasaa fi Gannaa…
Barsiisonni dhaloota biyya jaalatuu fi ijaaru uumuuf tattaaffii taasiisan cimsanii itti fufuu qabu…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) - Barsiisonni dhaloota biyya jaalatuu fi ijaaru uumuuf tattaaffii taasiisan cimsanii itti fufuu akka qaban Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
Aanaa Heeban Arsiitti Baalli sammuu namaa Adoochu Kaanbis jedhamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) - Godina Arsii lixaa aanaa Heeban Arsiitti Baalli sammuu namaa Adoochu Kaanbis jedhamu Konkolaataan 3 to'atame
Godina Arsii Lixaa Aanaa Heeban Arsii…
Itti aanaan Preezdaantii Somaalee Laand Jigjigaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) - Jilli Itti aanaa Preezdaantii Somaalee Laand Abdurahimaan Abdullaahii Sayilii'iin durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jillichi wayita Magaalaa…
Bulchiinsi Mootummaa naannoo Hararii hordoftoota amantaa Islaamaa maraaf ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) - Bulchiinsi Mootummaa naannoo Hararii hordoftoota amantaa Islaamaa maraaf ergaa baga ayyaana dhaloota Nabiyyuu Mahaammad waggaa 1496ffaa geessanii…
Godina Booranaatti lammiilee miidhamaniif deeggarsi miidhaanii kuntaalli kumni 27fi 900 qaqqabuu…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) –Godina Booranaatti sababa gogiinsi muudateen lammiilee miidhamanif miidhaan kuntaala kuma 27 fi 900 deeggarsi qaqqabuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Ayyaanni Moolidaa Allahaan karaa Nabiyyuu Mahaammadiin eebba addunyaaf laatee itti yaadannuudha –MM…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Moolidaa 1496ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsanniiru.
MM Abiy Ahimad fuula…
Preezdaant Shimallis Abdiisaa ayyaana guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad ilaalchisuun ergaa baga…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad ilaalchisuun ergaa baga geessanii…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee iddoo ijaarsa giddugala hawaasa Goofaatiif laachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) – Kantiibaa magalaa Finfinnee aadde Adaanch Abeebee har'a iddoo ijaarsa giddugala hawaasa Goofaatiif kan ooluu lafa kaaree meetira kuma 5 dabarsinee…