Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammii Guddaa kanaaf tajaajila guddaatu mala- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ministirootaa fi Ministir Deetaawwan mootummaa haaraatiin muudamanii gara hojiitti galaniif hawwii gaarii qaban…
Ityoophiyaan Jibuutiif biqiltuuwwan gosa adda addaa kuma 40 ol ergite
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan biyya ollaa ishee Jibuutiif biqiltuuwwan gosa adda addaa kuma 40 ol ergiteetti.
Olla Jibuutiitti kan argamtu magaalaan Dirree Dawaan…
Guyyaa Alaabaa wayita kabajnu humni farreen Iyoophiyaa yerootti qaana’aan ta’uu yaada keessaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Guyyaa Alaabaa wayita kabajnu humni farreen Iyoophiyaa yerootti qaana’aan ta’uu yaada keessaa galchuun ta’uu akka qabu Itti Aanaa Muummee Ministeeraa…
Ityoophiyaatti bara 2013 qofatti yaaliin haleellaa saayibarii kumni 2 fi dhibbi 8 ol gaggeeffamuu…
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti bara 2013 qofatti yaaliin haleellaa saayibarii kumni 2 fi dhibbi 8 ol dhaabbilee garaagaraarratti gaggeeffamuu isaa Daayreektarri…
Guyyaan Alaabaa dhaabbilee mootummaa garaagaraa keessattii fi naannoleetti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) – Guyyaan Alaabaa yeroo 14ffaaf dhaabbilee mootummaa garaagaraa keessattii fi naannoleetti sirnoota adda addaan kabajameera.
Ministeera…
Guyyaan kabaja Alaabaa yeroo 14ffaaf Sadarkaa biyyaalessaatti sirnoota garagaraatin kabajame
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Guyyaan kabaja Alaabaa yeroo 14ffaaf Sadarkaa biyyaalessaatti sirnoota garagaraatin kabajameera.
Guyyaan kun Mooraa Mana Maree Bakka Bu'oota…
Ministiroota haaraa muudamaniif leenjiin laatamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) – Ministirootaa fi hoggantootaa olaanoo mootummaa haaraan muudamaniif leenjiin Akkaadaamii Hoggansa Afrikaatti laatamaa jiraachuu ibsameera.…
Baatiin nageenyummaa saayiberii biyyaalessaa 2ffaan ifatti kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Baatiin nageenyummaa saayiberii biyyaalessaa 2ffaan ifatti kan eegalu ta’uu Ejensiin nageenya Odeeffannoo beeksiseera.
Guyyaa har’aa Baatiin…
Miseensotaa fi hoggantoota Humna Eegdoota Rippaablikaaniif guddinni sadarkaa laatame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) – Miseensotaa fi hoggantoota Humna Eegdoota Rippaablikaanii raawwii hojii gaarii galmeessanii fi yeroo tajaajilaa isaanii uwwisaniif guddinni…
Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2014 eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hojii baruu fi barsiisuu bara barnoota 2014 mana barnootaa Addis Mi’raafitti meeshaalee…