Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2014 eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hojii baruu fi barsiisuu bara barnoota 2014 mana barnootaa Addis Mi’raafitti meeshaalee…
Guyyaan Alaabaa har’a ni kabajama
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Guyyaan Alaabaa yeroo 14ffaaf har'a ni kabajama jedhame.
'Boqonnaa haaraa birmadummaa guutuun Olka'iinsa…
Guyyaan Alaabaa boru ni kabajama
Finfinnee, Fulbaana 30, 2014 (FBC) -Magaalaa Finfinneetti Guyyaan Alaabaa yeroo 14ffaaf boru ni kabajama jedhame.
'Boqonnaa haaraa birmadummaa guutuun Olka'iinsa Alaabaa keenyaaf' mata…
Ayyaanni Irreechaa Malkaa Sabbataa fi Caffee Tumaa kabajame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2014 (FBC) - Ayyaanni Irreechaa Malkaa Caffee Tumaa fi Malkaa Sabbataa kabajameera.
Bulchiinsa Magaalaa Galaanitti Ayyaana Irreechaa Malkaa Caffee Tumaa haala…
Paarkiin Tokkummaa waggaa 2 keessaatti daawwattoota miiliyoona ol keessummeesse
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)-Paarkiin Tokkummaa hojii kaka’umsa Ministira Muummee Abid Ahimadiin Magaalaa Finfinneetti hojjetaman keessaa isa tokko yoo ta’u tajaajila laachuu erga…
Tarkaanfiin garee shororkeessaa shaneerratti fudhatamu cimee itti fufeera
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bahaa aanaa Gooroo Doolaatti gareen shororkeessaa Shanee qaamolee nageenyaa mootummaa waliin waraanaa baneen hidhattoonni garichaa hedduun…
Barnoonni egalamuun dura barsiisonni talaallii COVID- 19 fudhachuu qabu-Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)-Barnoonni egalamuun dura barsiisonni talaallii covid 19 fudhachuu akka qaban Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsaniiru.
Weerarri…
Qajeelchi waliigala Izii Lixaa miseensoota raayyaa ittisa biyyaaf sadarkaa guddina laate
Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Qajeelchi waliigala Izii Lixaa miseensoota raayyaa ittisa biyyaaf sadarkaa guddina laateera.
Miseensota raayyaa ittisa biyyaa hojii isaaniin bu’aa…
Buraayyuutti jala bultiin Irreechaa Malkaa Ateetee marii Paanaaliitin kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Godina adda naannaawa Finfinnee bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti jala bultiin ayyaana Irreechaa Malkaa Ateetee marii Paanaaliitin kabajamaa jira.
Marii…
Ityoophiyaan seenaa boqonnaa haaraa wayita eegalteetti eebbifamuun keessaan itti gaafatamummaan…
Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yunnvarsiitiin Finfinnee yeroo 72ffaaf muummee garagaraatiin barattoota kuma 6 ol addabaabaay Michoomaatti eebbisiseera.
Kantiibaan magaalaa Finfinnee…