Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan seenaa boqonnaa haaraa wayita eegalteetti eebbifamuun keessaan itti gaafatamummaan…
Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yunnvarsiitiin Finfinnee yeroo 72ffaaf muummee garagaraatiin barattoota kuma 6 ol addabaabaay Michoomaatti eebbisiseera.
Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudama laatan
Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad waajjiralee Ministeerotaaf Ministir deettoota akkasumas komishinaroota dhaabbilee lamaafi waajjiraa muummee ministeeraatti…
Miseensonni Poolisii ogummaa Maarchi Baandii, Okeestiraa fi Tiyaatiraan leenji’aa turan 128…
Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Koomishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee miseensota Poolisii ogummaa Maarchi Baandii, Okeestraa fi Tiyaatiraan leenji’aa turan 128 eebisiise.…
Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu aanaa Dodolaatti Intarpiraayzii sanyii filatamaa Oromiyaa…
Finfinnee , Fulbaana, 29, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu garee Maaykiroo diinagdee waliin Godina Arsii lixaa Aanaa Dodolaatti Intarpiraayzii sanyii filatamaa…
Yuunvarsiitiin Finfinnee qorannoo adda addaa rakkoolee biyyaa furan hojjechaa jira-Preezdaant…
Finfinnee , Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee qorannoo adda addaa rakkoolee biyyaa furan hojjechaa jira jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawudee.
Preezdaant…
Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota kuma 3 fi 490 ture eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota kuma 3 fi 490 muummee barnootaa garaagaraatin barsiisaa ture eebbisiisuu ibsameera.
Yuunvarsiitichi…
Yuunvarsiitiin Arbaa Minci torban hawaasummaa 6ffaa gaggeesse
Finfinnee , Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Arbaa Minci eebba barattootaa 34 ilaalchisee sagantaa cufiinsaa torban hawaasummaa 6ffaa gaggeesseera.
Yuunvarsiitichi tajaajila…
Gabaasni sobaa Daandii xiyyaaraa irratti ba’aa jiru qaama dhiibbaa Ityoophiyaa irratti godhamuu…
Finfinnee , Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Gabaasni sobaa Daandii xiyyaaraa irratti ba’aa jiru qaama dhiibbaa Ityoophiyaa irratti godhamuu jiruuti jedhan walitti qabaan boordii Daandii xiyyaaraa…
Yuunvarsiitiin Arbaa Minci barattoota kuma 5 ol eebbisiise
Finfinnee , Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Arbaa Minci barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture barattoota kuma 5 ol eebbisiisuu ibsameera.
Yuunvarsiitichi bara…
Yuunvarsiitiin Finfinnee barattoota kuma 6 ol eebbisiseera
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee barattoota muummee garagaraatin barsiisaa tura kuma 6 fi 163 eebbisiseesra.
Sirni eebbichaas addabaabaayii Michuummaatti…