Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii Miiliyoona 10 taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hojjetoonni Ejensii Dhiyeessa Qorichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 10 taasisan.
Ministirri Deetaa Ministeera…
Obbo Abrahaam Alehenyi Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministeera Abiy Ahimad guyyaa har’aa Obbo Abrahaam Alehenyi Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii gochuun…
Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii MM Abiy Ahimadiif dabarse
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Irra deebiin filatamuu Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad ilaalchisee Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii dabarseera.…
Ministirri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Irgoogeen wal harkaa fuudhiinsa hojii taasisan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hundeeffama mootummaa haaraatiin Ministira Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa ta’uun kan muudaman Dooktar Irgoogee Tasfaayeen Ministira…
Kooriyaan Kibbaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uu beeksifte
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Kooriyaan Kibbaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uu beeksiste.
Tattaaffii Ityoophiyaan nageenyaa fi badhaadhina mirkaneessuuf…
Gareen Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa loltoota waraana irratti miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa loltoota waraana irratti miidhamanii Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xoor Hayiloochii jiraniif deeggarsa taasisuu…
Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Indooneezhiyaatiin durfamu daawwannaa hojiif Arbaa Minci gale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Indooneezhiyaa Al Baasayiraan durfamu daawwannaa hojiif magaalaa Arbaa Minci galuu ibsameera.
Jilichaaf…
Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa wal harkaa fuudhiinsa hojii…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hundeeffama mootummaa haaraatiin Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii ta’uun kan muudaman Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ministira Ministeera Aadaa fi…
Jigjigaatti manneen barnootaa hundi hojii baruu fi barsiisuu eegalan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Jigjigaatti manneen barnootaa hunda keessatti hojiin baruu fi barsiisuu bara 2014 eegaluu Biiroon Barnoota Magaalaa Jigjigaa…
Magaalaan Asallaa meeshaalee barnootaa Birrii kuma 700 fi kuma 50 ol deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Asallaa meeshaalee barnootaa Birrii kuma dhibba 7 fi kuma 50 oliin bite barattoota maatii harka qalleeyyii ta'aaniif deeggarsa…