Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa magaalaa Sulultaatti dubartoota harka qaleeyyiif deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Sulultaatti dubartoota harka qaleeyyiif deeggarsa taasisuu ibsameera.
Barreessaan waliigalaa Yaa’ichaa…
Godina Arsii lixaatti hojiilee tajaajila lammummaa gannaatiin Birriin miiliyoona 290 olitti…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)-Godina Arsii lixaatti hojiilee tajaajila lammummaa gannaatiin Birriin miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 90 fi kuma dhibbi 5 kuma 5 fi 505tti tilmaamamu…
Dhaabbileen itti fayyadama miidiyaa hawaasaa irratti of eeggannoo taasisuu qabu jedhame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Dhaabbileen itti fayyadama miidiyaa hawaasaa irratti of eeggannoo taasisuu akka qaban Ejensiin Tajaajila Nageenya Odeeffannoo beeksiseera.
Ityoophiyaan…
Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa obbo Adaam Faraaha wal harka fuudhinsa hojii raawwataan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hundeeffamaa mootummaa haaraatin hogganaa waajjira Paartii Badhaadhinaa ta’uun kan muudamaan obbo Adam Faraaha hogganaa waajjira Paartii Badhaadinaa…
Dhiyeenya Poolisootaan kan reebamte Samiiraa Mahaammadiif manni jireenyaa kenname
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Dhiyeenya magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa magaalaaLaaftootti Poolisootaa naamuusa ogummaa isaanii dagataniin reebamte kan turte Samiiraa…
Oomishtummaa qonnaan bulaa dabaluuf kallattii sadiin hojjechaa jirra-Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Oomishtummaa qonnaan bulaa dabaluuf kallattii sadiin hojjechaa jirra jedhan preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Jilli…
Preezdaant Puutiin MM Abiy Ahmadiif ergaa baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Raashiyaa Vlaadmiir Puutiin Muummee Ministiraa Abiy Ahmadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru.
Preezdaanitichi hawwii gaarii Muummee…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Dugdaatti Paappayyaa kilaasteraan oomishame…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu gareen Maaykiroo diinagdee waliin aanaa Dugdaatti Paappayyaa kilaasteraan…
Daandiin qilleensicha gabaasni CNN sobaa jechuun gabaasicha morme
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee waraanaa imalchisuu hordofee gabaasa CNN dhiyeessee odeeffannoo sobaati jechuun ibsa baaseera.
Daandiin…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Lumeetti Abukaadoo kilaasteraan oomishame…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu gareen Maaykiroo diinagdee waliin aanaa Lumeetti Abukaadoo kilaasteraan…