Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin qilleensicha gabaasni CNN sobaa jechuun gabaasicha morme
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee waraanaa imalchisuu hordofee gabaasa CNN dhiyeessee odeeffannoo sobaati jechuun ibsa baaseera.
Daandiin…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Lumeetti Abukaadoo kilaasteraan oomishame…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu gareen Maaykiroo diinagdee waliin aanaa Lumeetti Abukaadoo kilaasteraan…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Ada’aatti Xaafii kilaasteraan oomishame daawwate
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu gareen Maaykiroo diinagdee godina Shawaa Bahaa aanaa Ada’aatti Xaafii…
Lammiilee nagaarratti haleellaa raawwachuuf socho’aa kan turan garee hidhattoota Shaneerratti…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Godina Gujii bahaatti Lammiilee nagaarratti haleellaa raawwachuuf socho’aa kan turan garee hidhattoota Shaneerratti tarkaanfii fudhatameera.
Gareen…
Proofesar Biraanuu Naggaa fi Dooktar Injinar Geetaahuun Makuriyaa wal harkaa fuudhiinsa hojii…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Proofesar Biraanuu Naggaa fi Dooktar Injinar Geetaahuun Makuriyaa wal harkaa fuudhiinsa hojii gaggeessaniiru.
Ministirri Ministeera barnootaa…
Qulqullina barnootaaf xiyyeeffannaa kennuun murteessadha -obbo Abbaa Duulaa Gammadaa
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Qulqullina barnootaaf xiyyeeffannaa kennuun murteessadha jedhan walitti qabaan Waldaa Misooma Oromiyaa obbo Abbaa Duulaa Gammadaan.
Obbo Abbaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama adda addaa laate
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama adda addaa hoji raawwachiftootaa, qindeessitootaa olaanoo giddugalaa ijaarsa diimokiraasii fi itti aantootaa hoji…
Muudamtoonni sadarkaa dirqama dabalataa fi Itti gaafatamummaa dabalataaf of qopheessuu qabu jedhame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Muudamtoonni sadarkaa dirqama dabalataa fi Itti gaafatamummaa dabalataaf of qopheessuu akka qaban ibsameera.
Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Humna…
Obbo Dammaqaan jila addaa garee Ministira dhimma alaa Israa’eeliin durfamu waliin mari’atan…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministeeraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin jila addaa Ministira dhimma alaa Israa’eel Ambaasaaddaar Baarlii…
Lammiilee naannoo Affaarii qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Lammiilee gocha shororkeessaa ABUT’n naannoo Affaarii irraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5 taasifamuu…