Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee naannoo Hararii qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Lammiilee gocha shororkeessaa ABUT’n naannoo Hararii irraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5 taasifamuu ibsameera.…
Miseensoonni raawwii mana maree diyaaspoora Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Miseensoonni raawwii mana maree diyaaspoora Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Walitti qaban mana marichaa obbo Allabbaachoo…
Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa maashinii gaaagura ammayyaa taasifte
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Mootummaan Kooriyaa Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa maashinii gaagura ammayyaa taasisuu ibsameera.
Maashiniin kun osoo kanniisa irratti miidhaa hin…
Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta’iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta'iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67 ijaarrame eebbifameera.
Gamoochi bakka preezdaantiin…
MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoo hojii mootummaaf muudama laatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Muummee Ministiraa Abiy Ahimad hoggantoota olaanoo hojii mootummaaf muudama laataniiru.
1.Obbo Tafarii Fiqiree hogganaa waajjira Muummee Ministeera fi…
MM Abiy Ahimad Ilmaa Mootii Emireetoota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayd Al Naayihaan…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Muummeen Minstiraa Ityoophiyaa Abiy Ahimad Ilmaa Mootii Emireetoota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayd Al Naayihaan waliin bilbilaan…
Jilli obbo Abbaa Duulaa Gammadaa durfamu hojiilee misoomaa aanaa Shabee Somboo daawwate
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Jilli Walitti Qabaa Boordii Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa durfamu hojiilee misoomaa aanaa Shabee Somboo daawwateera.
Aanaa Shabee…
Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti qaamolee hojii fakkeenyummaa qabu hojjetaniif…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti qaamolee hojii qonna waliigalaa, misooma jallisii fi sagantaa Ashaaraa Magariisaa akkasumas kunuunsa qabeenya…
Daandii Baaburaa Ityoo-Jibuutiirratti rakkoon mudachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Tajaajilli Geejjiba Ityoo-Jibuutii sababa rakkoowwan daandii baabuurratti mudataaniin hojiin isaa gufachuu ibseera.
Tajaajila geejjiba baaburaa Ityoo-…
Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’e
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’eera.
Yaadannoo boqachuu waggaa tokkoffaa proofeeserichaa fi hundeeffamaa faawundeeshinichaa…