Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Barumsaa Leenjii Bu’uura Loltummaa Birshalaqoo sirna baniinsa leenjii leenjitoota marsaa…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Manni Barumsaa Leenjii Bu’uura Loltummaa Birshalaqoo sirna baniinsa leenjii leenjitoota marsaa 35ffaa gaggeesseera.
Ajajaa Olaanaan Mana…
Komishinichi guyyaa boruu ganama sa’aatii 3 irraa eegalee daandiiwwan cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee guyyaa boruu sagantaa hundeeffamaa mootummaa haara sababbeeffachuun ganama sa’aatii 3 irraa eegalee daandiiwwan…
MM Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad qaamolee ayyaanni Irreecha Hora Harsadee nagaan akka xumuramuuf gumaacha taasisaan galateeffataniiru.
MM Abiy fuula…
Komishiniichi ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaa nagaan xumuramu ibse
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaan nagaan xumuramu ibseera.
Komishiinichi ayyanni Irreechaa Hora Harsadee rakkoo…
Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad sirna hundeeffama mootummaa haara Ityoophiyaarratti ni argamu
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaar sirna hundeeffama mootummaa haara Ityoophiyaarratti akka argaman gabaasni Naajiyeeriyaa Gaaridyaan ni…
Preezdaant Shimallis Abdiisaan ergaa galateeffannaa dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaa nagaa fi tasgabbii qabuun kabajamee xumuramuusaaf…
Ministeerichi naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti manneen barnoota miidhaan irra ga’ee deebisanii…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Ministeerri Barnootaa naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti manneen barnoota miidhaan irra ga’ee deebisanii dhaabuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 15…
Humni Galaanaa Ityoophiyaa ogeessaa humna galaanaa leenji’e horachuun gumaacha olaanaa bahaachaa…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Humni Galaanaa Ityoophiyaa erga hundeeffame yeroo gababaa ta’uus dhaabbatichi gama ogeessaa humna galaanaa leenji’e horachuun gumaacha olaanaa taasisaa…
Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee nagaan xumurame-BDHKMNO
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee nagaan xumuramuu Biiroon Dhimmoota Komikeeshinii Naannoo Oromiyaa beeksise.
Ayyaana Irreechaa bara kanaa Hora…
Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee magaalaa Bishooftuutti haalaa miidhagaa ta’een kabajamaa jira.
Irreechi Duudhaa Kadhannaa ykn Galateeffannaati.…