Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Geediyootti rooba cimaa roobeen lubbuu namaa fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Godina Geediyoo aanaa Yirgaa Caffeetti rooba cimaa roobeen lubbuu namaa fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabeera.
Gandoota Ceetoo, Doomaarsoo fi Biduuqisaa…
Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee kabajamuu eegaleera
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)-Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee kabajamuu eegaleera.
Abboottin Gadaa Oromoo erga eebbisani booda, Galma Gadaa Tuulamaarraa kahuun gara Malkaa Hora…
Guyyaa Irreechaa eebba Abbootii Gadaafi maanguddoota Oromoo keessatti nagaafi araaratu labsama
Finfinee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Guyyaa Irreechaa eebba Abbootii Gadaafi maanguddoota Oromoo keessatti nagaafi araaratu labsama.
Ebbi afoolaa armaan gadiis kanuma agarsiisa.
Hayyee!…
Poolisoota muraasa naamusa hin qabneen gochi raawwatamu sirreeffamuu qaba-Aadde Adaanaach Abeebee
Finfinee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Poolisoonni magaalaa keenyaa naamusaa fi amanamummaadhaan uummata tajaajilaa jiraatanis, poolisoota muraasa naamusa hin qabneen gochi raawwatamu immoo…
Ministirri dhimma Alaa Naayijeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Naayijeeriyaa Jeefireey Ooniiyyemmaan hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Bulchiinsi Mootuummaa naannoo Amaaraa ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Bulchiinsi mootuummaa naannoo Amaaraa ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa bara 2014 dabarseera.
Ayyaana jaajalala, obbola'ummaa, tokkummaa,…
Hawaasni talaallii Vaayrasii Koroonaa akka fudhatuuf waamichi darbe
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Hawaasni talaallii Vaayrasii Koroonaa fudhatee Ofii isaa fi maatii isaa du’arraa akka baraaruuf waamichi taasifame.
Tatamsa’inni vaayrasii kanaa…
Manni Maree naannoo Kibbaa muudama kaabinoota 30 raggaasiise
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii hundeeffamaa mootummaa haaraa gaggeessaa jiruun muudama Kaabinoota naannichaa raggaasiiseera.…
Dooktar Yiliqaal lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Preezdaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan lammiilee qa’ee fi qabeeny isaanirraa buqqa’uun magaalaa Bahaar Daar qabubatanii…
Miseensonni namuusa poolisiin ala nama dhuunfaa reebaan to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Miseensonni namuusa poolisiin ala nama dhuunfaa reebaan to'atamuun qorannoo irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…