Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 bifa hoo’ina qabuun kabajameera – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 isaan kana dura qabajamaa turan caalaa haala hoo'iina qabuun kabajamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Obbo Shimallis hirmaattoota kabaja ayyaana Irreechaa galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan hirmaattoota kabaja ayyaana Irreechaa galateeffataniiru.
Obbo Shimallis Ayyaanni Irreechaa Hora…
Obbo Nigaatuu Daansaa itti aanaa Af Yaa’ii Manni Maree Naannoo Kibbaa ta’uun…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Nigaatuu Daansaa itti aanaa Af Yaa'ii mana Maree…
Aadde Faaxee Sarmoolloo Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Kibbaa ta’uun filatamaniiru
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Faaxee Sarmoolloo Af Yaa'ii mana Maree naannichaa…
Obbo Iristuu Yirdaaw Preezdaantii Naannoo Kibbaa ta’uun filatamaniiru
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun obbo Iristuu Yirdaaw Preezdaantii naannichaa taasiisuun…
Dooktar Abrahaam Balaayii fi obbo Zyaanxiraar Abbay ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktarri Abrahaam Balaay ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsaniiru.
Irreechi Ayyaana…
Irreechi ayyaana jaalalaa, Tokkummaa fi nageenyeeti – Hirmaattoota
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Irreechaan Ayyaana Jaalalaa, Araaraa, Tokkummaa fi nageenyaa ta’uu hirmaattoottnni ayyaannichaa ibsan.
Ayyaana jaalalaa, gammachuu fi nageenyaa…
Kabajni Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee bara 2014 haala hoo’aa ta’een itti fufeera
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Kabajni Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee bara 2014 haala hoo’aa ta’een kabajamuu itti fufeera.
Ayyaannichi Doloolloo Buddeenaa/Addabaabayii…
Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 haala nagaa fi tasgabbii qabuun kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Abbootiin Gadaa fi haadholiin Siinqee eebbaan erga eegalchiisanii Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 haala nagaa fi tasgabbii qabuun kabajamaa jira.…
Humni qindoomaa nageenyaa hundeeffama mootummaa biyyaalessaa fi kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) - Humni qindoomaa nageenyaa hundeeffama mootummaa biyyaalessaa fi kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee qophummaa haala nageenyarratti marii taasiiseera.…