Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni qindoomaa nageenyaa hundeeffama mootummaa biyyaalessaa fi kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) - Humni qindoomaa nageenyaa hundeeffama mootummaa biyyaalessaa fi kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee qophummaa haala nageenyarratti marii…
MM Abiy Ahimad ergaa baga ayyaanaa Irreechaa geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga ayyaanaa Irreechaa geessanii dabarsaniiru.
Guutuun ergichaa haala armaan gadiin…
Riifoormiin biyyaa fi ummata haleellaa garaagaraarraa eeguuf ga’umsa ga’aarratti argamna – Poolisii…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Riifoormiin biyyaa fi ummata haleellaa garaagaraarraa eeguuf ga’umsa ga’aarratti kan argamu ta’uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.…
Hojjettoota hoomaa Awwaannisaa ittisuuf hojiirra turan irra balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar aanaa Cifiraatti hojjettoota mootummaa hoomaa Awwaannisaa ittisuuf hojiirra turan irra balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun…
Preezdaant Saahilawarq lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif akaakuun Birrii kuma dhibba 6 fi kuma 5tti tilmaamamu gama…
Ummanni Oromoo ummata aadaa fi duudhaa gabbataa, sirna bulchiinsaa Gadaa kalaqee ittiin bulaa fi…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsaniiru.
Obbo Shimallis Ummanni Oromoo marti…
Finfinneetti keessummoota kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee kabajuuf dhufan simachuuf qophiin…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti keessummoota kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee kabajuuf dhufan simachuuf qophiin taasiifamuu ibsameera.…
Preezdaant Saahiwarq xaalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota adda addaa Ityoophiyaatti…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Xaalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa Ityoophiyaatti muudamanii fudhtaaniiru.
Xaalayaa…
Hawaasni Musiliimaa Finfinneetti argaman lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa Finfinneetti argaman lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uun magaalaa Daseetti argamanii deeggarsa midhaan nyaataa fi…
Ityoophiyaan duudhaalee aadaa dinqisiisoo qabdi – Dooktar Hiruut Kaasaaw
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan biyya duudhaalee aadaa dinqisiisoo ta’an qabdu ta’uu hoggantuun Biiroo Aadaa, Aartii fi Tuurizimii magaalaa Finfinnee Dooktar…